Hoggantoonni Federaalaa fi naannoo Kibbaa godina Gaamootti daawwannaa taasiisaa jiru
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2013 (FBC) – Hoggantoonni mootummaa Federaalaa fi naannoo Kibbaa godina Gaamoo aanaa Canchaa magaalaa Doorzeetti daawwannaa hojii taasiisaa jiru…