Oduu biyya keessaa Rokkeettoonni gareen ABUT dhukaasaa ture magaalaa Maqalee kuusaa nama dhuunfaa keessatti argaman Sifen Megersa Dec 29, 2020 0 Finfinnee, Muddee 20, 2013 (FBC) - Rokkeettoonni gareen ABUT dhukaasaa ture magaalaa Maqalee kuusaa nama dhuunfaa keessatti argamuu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Dubartoonni iddoolee garaagaraa walitti babba’an magaalaa Asallaatti daawwannaa gaggeessaa jiru Sifen Megersa Dec 29, 2020 0 Finfinnee, Muddee 20, 2013 (FBC) - Dubartoonni iddoolee garaagaraa walitti babba’an magaalaa Asallaatti daawwannaa gaggeessaa jiraachuu himameera. Daawwannichaan ijaarsi fi…
Oduu biyya keessaa Godaantoota Eertiraa Tigraay keessatti argaman kuma 25f deeggarsi midhaan nyaataa dhiyaachaa jira –… Sifen Megersa Dec 29, 2020 0 Finfinnee, Muddee 20, 2013 (FBC) - Godaantoota Eertiraa Tigraay keessatti argaman kuma 25f deeggarsa middhaan nyaataa dhiyeessaa jiraachuu Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan rakkoo naannoo daangaa Sudaan waliin uumame karaa nagaan furuuf tattaaffii eegalte… Sifen Megersa Dec 29, 2020 0 Finfinnee, Muddee 20, 2013 (FBC) - Ityoophiyaan rakkoo naannoo daangaa Sudaan waliin uumame karaa nagaan furuuf tattaaffii eegalte cimsitee kan itti fuftu ta’uu Dubbii Himaan Ministeera…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa naannoo Tigraay waajjirri Maqalee hojii eegale Obse Wakgari Dec 29, 2020 0 Finfinnee, Muddee 20, 2013 (FBC)- Paartiin Badhaadhinaa naannoo Tigraay waajjirasa Maqaleetti argumutti ifatti hojii eegaleera. Paartiileen morkattoota naannoo Tigraay bilisaan akka…
Ispoortii Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 4ffaan Jimmaa Abbaa Jifaar injifatame Sifen Megersa Dec 29, 2020 0 Finfinnee, Muddee 20, 2013 (FBC) - Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 4ffaan Jimmaa Abbaa Jifaar Dirree Dawaan injifatameera. Taphoota priimeyar…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy hawaasni haguuggii fuulaa sirnaan fayyadamuun ogeeyyii yaalaa akka deeggaran waamicha… Obse Wakgari Dec 29, 2020 0 Finfinnee, Muddee 20, 2013 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad hawaasni haguuggii fuulaa sirnaan fayyadamuun ogeeyyii yaalaa akka deeggaran waamicha dhiyeessaniiru.…
Oduu biyya keessaa Manni maree naannoo Beenishaangul Gumuuz miseensoota mana marichaa 4 mirga himatamuu dhabuu isaanii… Obse Wakgari Dec 29, 2020 0 Finfinnee, Muddee 20, 2013 (FBC)- Manni maree naannoo Beenishaanguul Gumuuz yaa’ii ariifachiisaa 6ffa bara hojii 6ffaa waggaa 5ffaa har’a gaggeesseen miseensoota mana maricha 4 mirga…
Oduu biyya keessaa MM FDRI Dooktar Abiy hawaasni haguuggii fuulaa sirnaan fayyadamuun ogeeyyii yaalaa akka deeggaran… Sifen Megersa Dec 29, 2020 0 Finfinnee, Muddee 20, 2013 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad hawaasni haguuggii fuulaa sirnaan fayyadamuun ogeeyyii yaalaa akka deeggaran waamicha dhiyeessaniiru.…
Oduu biyya keessaa Sabbataatti fooramiin mootummaa fi abbootii qabeenyaa gaggeeffama jira Obse Wakgari Dec 29, 2020 0 Finfinnee, Muddee 20, 2013 (FBC)- Bulchiinsa magaalaa Sabbataatti fooramiin mootummaa fi abbootii qabeenyaa gaggeeffama jira. Fooramiin kun mata duree 'invasti taasisuuf hin turina,…