Godina Arsii Lixaatti aanaalee fi seektaroota raawwii hojii gaarii galmeessaniif beekkamtiin laatame
Finfinnee, Amajjii 20, 2013 (FBC) – Godina Arsii Lixaatti aanaalee fi seektaroota mootummaa raawwii hojii gaarii galmeessaniif beekkamtii fi badhaasni laatamuu ibsame.…