Oduu biyya keessaa Duulli aramaa bocee buqqisuu Haroo Dambalitti gaggeeffame Wabi Fufa Dec 28, 2020 0 Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC) – Duulli aramaa bocee buqqisuu Haroo Dambalitti gaggeeffame. Bulchiinsi magaalaa Adaamaa Godina Shawaa Bahaa waliin qindoomuun aramaa…
Oduu biyya keessaa Jilli Dooktar Girmaa Amanteen durfamuu godina Gujiitti bu’uraalee misoomaa garaagaraa daawwate Obse Wakgari Dec 28, 2020 0 Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC)- Jilli Sadarkaa itti aanaa Preezdaantii fi Qindeessaa Kilaastera Misooma Baadiyaa Oromiyaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu godina Gujii aanaa Liiban ganda…
Oduu biyya keessaa Aanichatti abbootiin warraa kuma 16 fayyadamtoota huma ibsaa ta’an Wabi Fufa Dec 28, 2020 0 Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC) – Godina Harargee Bahaa Aanaa Qumbii Magaalaa Miinootti Abbootiin warraa kuma 16 fayyadamtoota huma ibsaa ta'aniiru. Projaktiin humna ibsaa ifa aduu…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Maqaleetti tajaajilli baankii laatamu eegale Obse Wakgari Dec 28, 2020 0 Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC)- Sababa duula olaantummaa seeraa kabachiisuun adda citee kan turee tajaajjilli baankii magaalaa Maqaleetti eegaluu kantiibaan magaalicha obbo Ataakiltii…
Oduu biyya keessaa misoomni nagaa waaraa fida-MM Dr Abiy Ahimad Obse Wakgari Dec 28, 2020 0 Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC)- Karoorrii misoomaa biyyoolessaa waggaa 10 nageenyaa fi olaantummaa seeraa galteewwan ijoo taasisee ka’uunsaa adda taasiseera jechun Muummeen Ministiraa…
Oduu biyya keessaa Aanaa Waanbaaraatti giddugalli leenjii atileetiksii ijaaramufi Wabi Fufa Dec 28, 2020 0 Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC) - Aanaa Waanbaaraatti giddugalli leenjii atileetiksii ijaaramufi. Naannoo Beenishaanguul Gumuuz Godina Matakkal Aanaa Waanbaaraatti giddugalli…
Oduu biyya keessaa Firiin qormaata naannoo kutaa 8ffaa magaalaa Finfinnee ifoome Wabi Fufa Dec 28, 2020 0 Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC) -Firiin qormaata naannoo kutaa 8ffaa magaalaa Finfinnee ifoome. Firiin qormaata naannoo kutaa 8ffaa magaalaa Finfinnee ifoomuu bulchiinsi…
Oduu biyya keessaa Amisoomitti Raayyaan Ittisa Biyyaa Seektarri 3ffaan ergama nageenya kabachiisuu irratti dirqamasaa… Wabi Fufa Dec 28, 2020 0 Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC) – Amisoomitti Raayyaan Ittisa Biyyaa Seektarri 3ffaan ergama nageenya kabachiisuu irratti dirqamasaa bahachaa jiru marsaa 6ffaaf Meedaaliyaa badhaafameera.…
Oduu biyya keessaa Koree Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hundeessaan Godina Matakkalitti hojii nageenya… Wabi Fufa Dec 28, 2020 0 Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC) –Koree Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hundeessaan Godina Matakkalitti hojii nageenya kabaachiisuu fudhachuu Birgaader Jenaraal Asiraat Denneeroo…
Oduu biyya keessaa Komishiinarri Invastimantii Ityoophiyaa Leellisee Nameen ambaasaaddara Kooriyaa waliin mari’atan Obse Wakgari Dec 28, 2020 0 Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC)- Komishiinarri komiishinii Invastimantii Ityoophiyaa Leellisee Namee Ityoophiyaatti ambaasaaddara Kooriyaaa Kaang Si’ookii waliin mari’ataniiru.…