Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa bara baajata darbeen bu’aa Birrii biiliyoona 1.4 ol argate
Finfinnee, Muddee 17, 2013 (FBC)- Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa bara baajata darbeetin gibiraan dura bu'aa Birrii biiliyoona 1.42 argateera jedhame.
Bara baajatichaatti qabeenyii…