Roobni arfaasaa iddo tokko tokkotti lolaa umuu waan danda’uuf ofeeggannoo barbaada jedhame
Finfinnee, Eebila 29, 2013 (FBC)- Roobni arfaasaa iddo tokko tokkotti lolaa umuu waan danda'uuf ofeeggannoo akka barbaachisu Koomishiniin hoggansa sodaa balaa hubachiise.…