Preezdaanti Saahilawarq Dooktar Muktaar Kadir ambaasaaddar guutuu taasisuun muudan
Finfinnee, Fulbaana 5, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Dooktar Muktaar Kadir ambaasaaddar guutuu taasisuun muudan.
Preezdaanti Saahilawarq akkaataa heera…
Ministeerichi Ambaasaaddarootaa fi Dippiloomaatota waliin mari’ate
Finfinnee, Fulbaana 5, 2013 (FBC)- Ambaasaaddaronnii fi Dippiloomaatonni biyyoota garaagaraatti Ityoophiyaa bakka bu’an Ministeera Innooveeshiinii fi Teeknooloojii waliin mari’atan.…
Obbo Jawaarii fi obbo Baqqalaa Garbaan iddoo tursaatti akka waliin ta’an iyyanoon dhiyeeffatan…
Finfinnee, Fulbaana 5, 2013 (FBC) – Obbo Jawaar Mahaammadii fi obbo Baqqalaa Garbaan iddoo tursaatti akka waliin ta'an iyyanoo dhiyeeffatanirratti raawwiisaa ilaaluuf akkaataa beellamni…
Oromiyaatti namoonni dabalataa 118 vaayrasii koroonaatin qabaman
Finfinnee, Fulbaana 5, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 118 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin qorannoo…
Aadde Adaanach Abeebeen muudama 8 laatan
Finfinnee, Fulbaana 5, 2013 (FBC) – Aadde Adaanach Abeebeen muudama 8 laatan.
Haaluma kanaan;
1. Obbo Mulgeetaa Tafarraa- hogganaa Biiroo Galiiwwanii,
2. Obbo Tafarraa Mollaa-…
Naannoo Oromiyaatti vaayrasii koroonaa ittisuun barnoota itti fufsiisuuf dareewwan dabalataa 32,108…
Finfinnee, Fulbaana 5, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti vaayrasii koroonaa ittisuun barnoota itti fufsiisuuf dareewwan dabalataa 32,108 ijaarramuu Biiroon Barnootaa Oromiyaa beeksise.…
Mariin Paartiilee Siyaasaa gidduutti taasifamu cimee itti fufuu qaba – MM FDRI Dooktar Abiy
Finfinnee, Fulbaana 5, 2013 (FBC) – Mariin Paartiilee Siyaasaa gidduutti taasifamu cimee itti fufuu akka qabu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad beeksisan.
Manni…
Guutinsa Bishaan Hidha Haaromsaa marsaa 2ffaa eegaluuf hojjetamaa jira – Dooktar Injiinar Silashii…
Finfinnee, Fulbaana 5, 2013 (FBC) – Bara haaraatti hojiiwwan Guutinsa Bishaan Hidha Haaromsaa marsaa 2ffaa eegaluuf dandeessisan xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera…
Daandiin qilleensa Keeniyaa dabalataan balalii gara biyyoota Afrikaa 3 eegaluufi
Finfinnee, Fulbaana 5, 2013(FBC)- Daandiin qilleensa Keeniyaa dabalataan balalii gara biyyoota Afrikaa 3 akka eegalu ibsame.
Daandiin qilleensicha biyyoonni inni itti balaalii eegalus…