Haadholiin siinqee nageenya waaraa buusuuf ga’ee olaanaa qabu- Aadde Sa’aadaa Usmaan
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2013 (FBC) –Biiroon Dhimma Dubartootaa Daa'immanii fi Dargaggootaa Oromiyaa haadholii Siinqee godinaalee Oromiyaa irraa dhufan waliin marii gaggeessaa jira.…