Idil Addunyaa Tiraampii fi Baayidan falmii preezdaantumma xumuraa taasisan Obse Wakgari Oct 23, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 13, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampii fi morkataan isaanii Joo Baayidan falmii preezdaantumma bara Faranjootaa 2020 gaggeessaniiru.…
Oduu biyya keessaa Yoomiyyuu taanaan fageessinee yaadna, xiqqoo irra eegalla. Galmaa yaadne biras ni geenya.’’ –… Wabi Fufa Oct 23, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 13, 2013 (FBC) - "Sagaleen Yeroo Biiroo qulqulleessinu,biiroo qofa qulqulleessuu ,yeroo Mooraa qulqulleessinu,Mooraa qofaa qulqulleessuu, Finfinnee yeroo…
Oduu biyya keessaa Hooggantoonni fi bakka buutonni paartilee siyaasaa boordii filannoo biyyaalessatti qophii meeshaalee… Wabi Fufa Oct 23, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 13, 2013 (FBC) –Hooggantoonni fi bakka buutonni paartilee siyaasaa boordii filannoo biyyaalessatti qophii meeshaalee filannoo daawwatan. Filannoo…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Chaayinaa meeshaalee ittisaa weerara vaayrasii koronaatiif oolan Mootummaa Naannoo… Wabi Fufa Oct 23, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 13, 2013 (FBC) - Mootummaan Chaayinaa meeshaalee ittisaa weerara vaayrasii koronaatiif oolan Mootummaa Naannoo Oromiyaatiif gumaache. Yeroo rakkoo waliin walcinaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan sirna barnootaa cimaa fi teeknooloojiin deeggarame akka jiraattuuf ni hojjetti. Dooktar… Wabi Fufa Oct 23, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 13, 2013 (FBC) – Ityoophiyaan maallaqa damee barnootaaf ramaddu guddisuun sirna barnootaa cimaa fi teeknooloojiin deeggarame akka jiraattuuf ni hojjetti. Dooktar…
Oduu biyya keessaa Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa too’annoo hoomaa Aawaannisaarratti taasisaa jiru… Wabi Fufa Oct 23, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 13, 2013 (FBC) -Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa too'annoo hoomaa Aawaannisaarratti taasisaa jiru karaa qindoomina qabuun cimsee itti fufee jira.…
Biiznasii Kurmaana jalqabaatti damee huuccuurraa Doolaarri miiliyoona 40 argame Wabi Fufa Oct 23, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 13, 2013 (FBC) - Kurmaana jalqaba waggaatti damee huuccuurraa Doolaarri miiliyoona 40 argamu Instiitiyuutiin Misooma Indaastirii Huuccuu Ityoophiyaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa MM Dr. Abiy Ahimad deeggarsi lammiileen ‘Maaddii Biyyaaf’ taasisaa jiran dinqisiisaadha… Wabi Fufa Oct 23, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 13, 2013 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad deeggarsi lammiileen 'Maaddii Biyyaaf' taasisaa jiran dinqisiisaadha jedhan. Deeggarsi lammiileen…
Oduu biyya keessaa Leenjitoonni farra shororkeessummaa; koomaandoo marsaa 33ffaa fi humni addaa 10ffaan agarsiisa… Wabi Fufa Oct 23, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2013 (FBC) – Leenjitoonni farra shororkeessummaa; koomaandoo marsaa 33ffaa fi humni addaa 10ffaan agarsiisa qilleensarraa dhiyeessan. Agarsiisicharratti itti…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalaa Finfinnee naannoo Kibbaatti lammiilee balaa lolaa fi sigiga lafaattiin… Wabi Fufa Oct 23, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 13, 2013 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Finfinnee naannoo Kibbaatti lammiilee balaa lolaa fi sigiga lafaattiin miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 4tti tilmaamamu…