Oduu biyya keessaa Himanni Tiraamp Pensalvaaniyaarratti dhiyeessan kufe Sifen Megersa Nov 22, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 13, 2013 (FBC) – Abbaan murtii himata Tiraamp Pensalvaaniyaarratti dhiyaassan kuffise. Tiraamp filannoo preezdaantummaan injifatamusaanii amanuu diduun,…
Oduu biyya keessaa Obbo Musxaafeen ijaarsa daandii cirrachaa Harshin – Gaashaamoo Looti 1ffaatti hojjetamauuf dhagaa… Sifen Megersa Nov 22, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 13, 2013 (FBC) – Obbo Musxaafeen daandii cirrachaa Harshin – Gaashaamoo Looti 1ffaa Birrii miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 38n hjjetamuuf dhagaa bu’uuraa kaa’an.…
Oduu biyya keessaa Raayyaan Ittisa Biyyaa magaalaa Idaagaa Hamusii too’ate Sifen Megersa Nov 22, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 13, 2013 (FBC) – Raayyaan Ittisa Biyyaa daandii Addigraatii gara Maqalee fudhaturratti kan argamtu magaalaa Idaagaa Hamusii too’achuu ibsame. Raayyaan Ittisaa…
Oduu biyya keessaa Komishiniin Poolisii Dirree Dawaa guyyaa boruu eegalee konkolaattota gurgudoorra daangeffama yeroo… Sifen Megersa Nov 22, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 13, 2013 (FBC) – Komishiniin Poolisii Dirree Dawaa guyyaa boruu eegalee konkolaattota gurgudoo magaalicha keessa socho’an irra daangeffama yeroo kaa’uu beeksise.…
Oduu biyya keessaa Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 52tti tilmaamamu to’atame Sifen Megersa Nov 22, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 13, 2013 (FBC) – Torbee tokko keessatti kutaa biyyattii garaagaraatti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 51.9tti tilmaamamu to’atamuu ibsame.…
Oduu biyya keessaa Jilli obbo Geetuu Gammachuun durfamu ooyiruu qonnaa godina Baalee daawwate Sifen Megersa Nov 22, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 13, 2013 (FBC)- Jilli itti aanaa hogganaa Biiroo Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa obbo Geetuu Gammachuun durfamu Ooyiruu Qonnaa godina Baalee aanaa Agaarfaa…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach ijaarsa proojektii daandiwwanii Kiiloo Meetira 49 uwwisu ifatti eegalchiisan Sifen Megersa Nov 22, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 13, 2013 (FBC)- Itti aantuun kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee ijaarsa proojektii daandiwwanii 5 Kiiloo Meetira 49 uwwisu ifatti eegalchiisan.…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Nageenyaa hawaasni Raayyaa Ittisa Biyyaa waliin dhaabachuu fi tumsuu itti fufuu beeksise Wabi Fufa Nov 21, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2013 (FBC) -Ministeerri Nageenyaa hawaasni Raayyaa Ittisa Biyyaa waliin dhaabachuu fi tumsuu itti fufuu beeksiseera. Deeggarsicha kan qindeessuu Koreen…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Ityoophiyaanonni hundi Ummata Tigiraay cinaa akka hiriiran hojiin itti agarsisan ifoome Wabi Fufa Nov 21, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2013 (FBC) – Sagantaan Ityoophiyaanonni hundi Ummata Tigiraay cinaa akka hiriiran hojiin itti agarsisan ifoome. Sagantaan kun haala yeroon walqabatee…
Oduu biyya keessaa Duulli olaantummaa seeraa garee ABUT irratti fudhatamaa jiru birmadummaa biyyaa eegsisuu fi ummata… Wabi Fufa Nov 21, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2013 (FBC) – Af-yaa’iin Mana Maree federeshinii obbo Adam Faaraah duulli olaantummaa seeraa garee ABUT irratti fudhatamaa jiru birmadummaa biyyaa eegsisuu fi ummata…