Oduu biyya keessaa Argarsiisni oomisha qonnaa Magaalaa Asallaatti baname Wabi Fufa Dec 9, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 30, 2013 (FBC) – Argarsiisni oomisha qonnaa Magaalaa Asallaatti baname. Agarsiifni kun oomisha qonnaan bulaa beeksisuun, kallattiidhaan qonnaan bulaa fi fayyadamtoota…
Oduu biyya keessaa Godina Jimmaa fi magaalaa Jimmaatti bara 2012 namoota kuma 200 oliif qorannoon H I V Edsii… Wabi Fufa Dec 9, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 30, 2013 (FBC) – Godina Jimmaa fi magaalaa Jimmaatti bara 2012 namoota kuma 200 oliif qorannoon H I V Edsii geggeeffame. Namoota 288,066 qoronnoon HIV Eedsii kan…
Oduu biyya keessaa Leetanaal Jeneraal Abaabaw Taaddasaa haala yakkamtoota too’achuun danda’amurratti ajajoota waraanaa… Sifen Megersa Dec 9, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 30, 2013 (FBC) – Leetanal Jeneraal Abaabaw Taaddasaa haala yakkamtoota adamsuun too’achuun danda’amurratti ajajoota waraanaa waliin mari’ataniiru. Yakkamtoota naannoo…
Oduu biyya keessaa IGAD wayita ammaa naannoo tokkummeessuurratti xiyyeeffateera – Dooktar Warqinaa Gabayyoohu Sifen Megersa Dec 9, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 30, 2013 (FBC) – Barreessaa olaanaan Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa (IGAD) Dooktar Warqinaa Gabayyoohu dhaabbatichi yeroo ammaa naannoo tokkummeessurratti…
Oduu biyya keessaa Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Keeniyaa Marsaabiit galan Wabi Fufa Dec 9, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 30, 2013 (FBC) –Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Keeniyaa Marsaabiit galan. Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa hojii guyyaa lamaaf Keeniyaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa Keeniyaan kan wal qunnamsiisuu daandiin hawaasaa Mooyaalee fi giddu galli buufata… Sifen Megersa Dec 9, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 30, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Ityoophiyaa keeniyaa waliin kan wal walqunnamsisuu qaama ijaarsa Kooriidarii Moombaasaa – Naayiroobii-…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni Olaanoo Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa Dhalattoota Tigiraay Magaalaa Adaamaa keessa… Wabi Fufa Dec 9, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 30, 2013 (FBC) – Hoggantoonni Olaanoo Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa Dhalattoota Tigiraay Magaalaa Adaamaa keessa jiraatan walii haala waqtaawaa irratti mari’atan.…
Oduu biyya keessaa Aadde Mufariiyaat Kamiil itti aantuu ministira alaa Xaaliyaanii waliin mari’atan Sifen Megersa Dec 9, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 30, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde Mufariiyaat Kamiil itti aantuu Ministira Ministeera Dhimma Alaa Xaaliyaanii Imaanuuweelaa Deel Ree waliin…
Idil Addunyaa Ameerikaan talaalliin Pfizer %95 amansiisaa ta’uu mirkaneessite Wabi Fufa Dec 9, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 30, 2013 (FBC) - Bulchitoonni Yuunayitiid Isteet talaalliin Pfizer/BioTech' %95 bu'aa qabeessa tahuu mirkaneessuun tajaajilichi atattammaan hojiirra oolfamuuf daandii…
Oduu biyya keessaa Adamsoo garee finxaaleyyii ABUT fi Naannoo Tigraay deebisaanii dhaabuu ilaalchisee Seeneetii… Sifen Megersa Dec 9, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 30, 2013 (FBC) – Hojii adamsoo garee finxaaleyyii ABUT fi Naannoo Tigraay deebisaanii dhaabuu ilaalchisee Seeneetii Faransaayiif ibsi taasiifamuu himame. Faransaayitti…