Mootummaan naannoo Tigraay nageenya duraan turetti deebisuuf qindoominaan hojjechaa jiraachuu…
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2013 (FBC)- Mootummaan naannoo Tigraay nageenya duraan turetti deebisuuf qaamolee tumsiitoota fi deeggartoota waliin qindoominaan hojjechaa jiraachuu beeksiseera.…