Bulchiinsi yeroo naannoo Tigraay jiraattoota magaalaa garaagaraa waliin mari’ate
Finfinnee, Sadaasa 28, 2013 (FBC)-Bulchiinsi naannoo Tigraay jiraattoota magaalaa Zaalaambassaa, Wiqroo, Addigaaraatii fi Idaagaa Hamuus waliin haala waqtaawaa biyyaarratti mari’ateera.…