Karoora raawwii Proojektoota wabii nyaataa magaalotarratti mariin gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 23, 2013 (FBC) – Koreen Istiriingii Proojektoota wabii nyaataa magaalotaa karoora raawwii proojektichaarratti marii gaggeesse.
Dhimmoota ijoo magaaloota 72 gara…