Biiznasii Warshaan Qindeessaa Nyaata Beeyladaa Odaa eebbifame Debela Tadesse Feb 1, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2017 (FMC)- Waldaan Aksiyoona Odaa Warshaa Qindeessa Nyaata Beeyladaa Odaa Magaalaa Adaamaatti ijaarsise eebbisiiseera. Ijaarsi warshichaa bara 2014 kan eegale yoo…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan utubaa Afrikaa Bahaati-Paartii “Peoples Rally For Progress” Jibuutii. Debela Tadesse Feb 1, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2017 (FMC)-Itiyoophiyaan utubaa dinagdee, nagaa fi tasgabbii Afrikaa Bahaa ta’uu Barreessaa Olaanaan Paartii “People’s Rally For Progress” Jibuutii Iliyaas Muusaa…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa yaa’ii idilee 2ffaa oolmaa isaa har’aan ajandaalee garaagaraarratti… Tsehay Guluma Feb 1, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2017 (FMC)- Paartiin Badhaadhinaa yaa’ii idilee 2ffaa oolmaa isaa guyyaa 2ffaan ajandaalee garaagaraarratti mari’achaa jiraachuun ibsameera. Yaa’ii idilee 2ffaa…
Oduu biyya keessaa Bakka bu’oonni paartiilee obbolaa biyyoota garaagaraa Paarkii Inxooxxoo daawwatan Debela Tadesse Feb 1, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2017 (FMC)- Bakka bu’oonni Paartiilee obbolaa biyyoota ollaa fi biyyoota miseensa BRICS, Yaa'ii idilee 2ffaa Paartii Badhaadhinaa irratti hirmaacha jiran Paarkii…
Oduu biyya keessaa Dadaritti balaa tiraafikaan lubbuun namoota cidhaa galan 3 darbe Debela Tadesse Feb 1, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2017 (FMC)-Godina Harargee Bahaa Magaalaa Dadaritti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota cidhaa galan 3 darbuu Qajeelchi Poolisii Godinichaa beeksise. Balichis…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin idilee 2ffaa Paartii Badhaadhinaa har’as Itti fufe gaggeeffamaa jira Tsehay Guluma Feb 1, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2017 (FMC)- Yaa’iin idilee 2ffaa Paartii Badhaadhinaa mata Duree “ Waadaa Hanga Aadeffannaatti “ jedhuun kaleessa eegale har’as itti fufe gaggeeffamaa jira.…
Ispoortii Atileet Ijjigaayyoo Taayyeen fiigicha Walakkaa Maaraatoonii injifatte Debela Tadesse Feb 1, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2017 (FMC)- Atileet Ijjigaayyoo Taayyeen fiigicha Walakkaa Maaratoonii dubartootaa Emereetota Araba Gamtoomanii Raas Al Keemaahitti gaggeeffame injifatteetti.…
Oduu biyya keessaa Yaadonni Dooktar Abiy Badhaadhina Itiyoophiyaa qofa osoo hintaane kan Afrikaallee mirkaneessuuf… Debela Tadesse Feb 1, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2017 (FMC)- Yaadonni Ministira Muummee Itiyoophiyaa fi Pirzidaantiin Paartii Badhaadhinaa Ministira Muummee FDRI Doktar Abiy Itiyoophiyaa irra darbee badhaadhina…
Oduu biyya keessaa Nageenyi, misoomni fi tokkummaan ajandaa ijoo Paartii Badhaadhinaati-Dooktar Abiy Ahimad Debela Tadesse Jan 31, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2017 (FMC)– Nageenyi, misoomnii fi tokkummaan ajandaa ijoo Paartii Badhaadhinaa ta'uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan. Dooktar Abiy Ahimad Yaa'ii…
Oduu biyya keessaa Boqonnaa 2ffaan Badhaadhinaa Bara dagaaginaati-Dooktar Abiy Ahimad Debela Tadesse Jan 31, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2017 (FMC)– Boqonnaa 2ffaan Badhaadhinaa Bara dagaaginaati ta'uu Pireezidaantiin paartii badhaahdinaa fi Ministirri muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad akeekan.…