Tattamsa’inni awwaanisa gammoojjii naannoo Gaanfa Afrikaatti babbal’achaa jiraachuu FAOn…
Finfinnee, Fulbaana 20, 2013 (FBC) – Tattamsa’inni awwaanisa gammoojjii naannoo Kibba Lixa Eeshiyaatti hir’achaa dhufullee naannoo Gaanfa Afrikaatti garuu babbal’achaa jiraachuu Dhaabbanni…