Guyyaan imala miilaa fi Biskileetti 4ffaan magaaloota biyyatti garaagaraatti kabajame
Finfinnee, Muddee 25, 2013 (FBC) – Guyyaan imala miilaa fi Biskileetti 4ffaan magaaloota biyyatti garaagaraatti mata duree ‘Qaammee hanga Qaammee ni qaqabna’ jedhuun kabajamee ooleera.…