Suphaan masaraa Abbaa Jifaar fulbaana bara 2012 eegalee ji’oota 18 keessatti xumurama jadhame…
Finfinnee, Muddee 22, 2013 (FBC) – Suphaan masaraa Abbaa Jifaar fulbaana bara 2012 eegalee ji'oota 18 keessatti xumurama jadhame hojiin hojjatame 35% osoo hin caallee dhaabbitti hafe.…