Oduu biyya keessaa Ameerikaan deeggarsa Doolaara miiliyoona 37 taasifte Wabi Fufa May 9, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2012 (FBC) – Ameerikaan carraaqqii Ityoophiyaan tattamsa’ina COVID-19 ittisuuf taasiftu gargaaruuf deeggarsa Doolaara miiliyoona 37 taasifte. Deeggarsichi vaayrasi…
Teeknooloojii Singaapoor ittisa weerara Covid-19’f saroota roobootii bobbaafte Wabi Fufa May 9, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2012 (FBC) –Singaapoor ittisa weerara Covid-19'f saroota roobootii bobbaafte. Ittisa weerara vaayrasii koroonaa ilaalchisee teeknooloojiitti dhimma bahuun milkaa'aa…
Idil Addunyaa Ameerikaatti hojii dhabdummaan lammilee biyyatti harka 14.7’n saffisaan guddate Wabi Fufa May 9, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2012 (FBC) – Ameerikaatti hojii dhabdummaan lammilee biyyatti harka 14.7'n saffisaan guddate. JI'a Eebilaa darbe keessaa qofa lammileen biyyattii miliyoona 20.5 ta'an…
Oduu biyya keessaa Waliigalteen wabii inshuraansii fayyaa kennufi dandeesisu mallatteeffame Wabi Fufa May 9, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2012 (FBC) – Ogeeyyii fayyaa fi ogeeyyii biroo tatamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf deeggarsa kennaniif waliigalteen wabii inshuraansii fayyaa kennuufi dandeesisu…
Oduu biyya keessaa MM Dr. Abiy Barreessa Olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii waliin bilbilaan mari’atan Wabi Fufa May 9, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2012 (FBC) – Dooktar Abiy Ahimad Barreessa Olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii waliin bilbilaan mari’atan. Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa Sigiga lafaa Naannoo Kibbaa Aanaa Addaa Aleetti qaqqabeen lubbuun namoota 12 darbe Wabi Fufa May 9, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2012 (FBC) – Sigiga lafaa Naannoo Kibbaa Aanaa Addaa Aleetti qaqqabeen lubbuun namoota 12 darbe. Namoota lubbuun darbaan keessaa hanga ammatti reeffi namoota 5…
Oduu biyya keessaa Rakkoo nageenyaa godinaalee lixa oromiyaatti qaamoolee hidhateen ga’aa jiru dhaabsisuuf… Sifen Megersa May 8, 2020 0 Finfinnee, Eebila 30, 2012 (FBC) – Rakkoo nageenyaa godinaalee Lixa Oromiyaatti qaamoolee hidhateen ga’aa jiru dhaabsisuuf tarkaanfiin fudhatamu cimee kan itti fufu ta’uu Koomishiniin…
Oduu biyya keessaa Ibsa ejjennoo Paartiilee Siyyaasaa naannoo Oromiyaa Sifen Megersa May 8, 2020 0 Finfinnee, Eebila 30, 2012 (FBC) – Paartiileen Siyyaasaa naannoo Oromiyaa keessa socho’an haala yeroo fi biyyaarratti mari’achuun ibsa ejjennoo baasan. Haalumaa kanaan Paartiin…
Idil Addunyaa Ruwaandaatti Rooba cimaa roobeen lubbuun namoota 72 darbe Sifen Megersa May 8, 2020 0 Finfinnee, Eebila 30, 2012 (FBC) – Ruwaandaatti rooba cimaa roobeen namoonni 72 du’uu isaan tajaajjilii oduu biyyattii gabaaseera. Balaa kanaan manneenii fi bu’uraaleen…
Oduu biyya keessaa Meeshaaleen waraanaa seeran ala imalaa ture to’atame Sifen Megersa May 8, 2020 0 Finfinnee, Eebila 30, 2012 (FBC) – Giddugala godina Goondar aanaa Taachi Armaacootti meeshaaleen waraanaa seeraan alaa to’atame. Meeshaaleen waraanaa kun Dhiha Goondar…