Leenjiisaan garee atileetiksii Baankii Daldala Ityoophiyaa Tafarii Makkoonnin boqatan
Finfinnee, Sadaasa 8, 2013 (FBC)- Leenjiisaan garee atileetiksi Baankii Daldala Ityoophiyaa Tafarii Makkoonnin du’aan addunyaa kanarraa boqataniiru.
Leenjiisaan Tafarii Makkoonnin…