Samuudaa 6898f Qorannaan Hojjetamee, Namoota 409 Irratti Vaayrasiin Koroonaa Argameera
Finfinnee, Adoolessa 16, 2012 (FBC) –Gabaasa qorannaa sa'aa 24 darbeetin, samuudaa namoota 6898f qorannaan hojjetamee namoota 409 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Ministeerri Fayyaa…