Oduu biyya keessaa Lafti qonna mootummaa godina Arsii Lixaa daawwatame Obse Wakgari Jun 22, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2012 (FBC) – Lafti qonna mootummaa godina Arsii Lixaa aanaa Kofalee fi Dodolaa meekaanaayzeeshiniidhan misoomaa jiru daawwatame. Hoggansi olaanoo…
Oduu biyya keessaa Guyyaa Jeneraal Sa’aareen itti wareegaman waggaa 1ffaan yaadatame Obse Wakgari Jun 22, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2012 (FBC) – Guyyaa Jeneraal Sa'aaree Makoonnin itti wareegaman waggaa 1ffaan yaadatame. Kabaja sirnichaarrattis daandin maqaa isaanitiin mogga'e…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi Buufata Xiyyaaraa Naqamtee %70rra ga’eera Obse Wakgari Jun 22, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2012 (FBC) – Ijaarsi Buufata Xiyyaaraa Naqamtee %70rra ga'eera. Buufanni xiyyaaraa kun Birii miiliyoona dhibba 7 fi miiliyoona 48 ijaarramaa jira.…
Idil Addunyaa Ispeen labsii yeroo ariifachiisaa keessee turte, kaaste Obse Wakgari Jun 22, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2012 (FBC) – Ispeen sababa vaayrasii koroonaaf labsii yeroo ariifachiisaa keessee turte kaaste. Biyyattiin daangaa ishee biyyoota miseensa Gamtaa Awrooppaaf…
Oduu biyya keessaa Hoggansi raayyaa ittisa biyyaa biqiltuu dhaaban Obse Wakgari Jun 22, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2012 (FBC) – Hoggansi raayyaa ittisa biyyaa FDRI olaanon biqiltuu dhaaban. Hoggansi raayyichaa gamoo haaraa Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaatti…
Oduu biyya keessaa Wareegamtoonni Waxabajjii 15 yaadataman Obse Wakgari Jun 22, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2012 (FBC) – Dhaabbiin biqiltuu yaadannoo Waxabajjii 15 gaggeeffame. Guyyaan yaadannoo waggaa 1ffaa hoggansi olaanoo raayyaa ittisa biyyaa FDRI fi…
Oduu biyya keessaa Godina Iluu Abbaa Boorii fi Shawaa Kaabaatti proojaktoonni misoomaa ebbifaman Obse Wakgari Jun 22, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2012 (FBC) – Aanaaleen godina Iluu Abbaa Boor ambulaansota 12 yoo argatan, Shawaa Kaabaatti proojaktoonni misoomaa ebbifamaniiru. Godina Iluu…
Idil Addunyaa Addunyaarratti guyyaa tokkotti namoonni kumni dhibbi 1 ol vaayrasii koroonaan qabaman Obse Wakgari Jun 22, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2012 (FBC) -Addunyaarratti guyyaa tokkotti namoonni kumni dhibbi 1 fi kumni 83 vaayrasii koroonaan qabamuu Dhaabbanni Fayyaa Adduunya beeksise. Erga weerarri…
Oduu biyya keessaa Waliigaltee mirga misooma laga Abbayyaa irratti qabdu daangessu akka hin fudhanne obbo Gadduu… Wabi Fufa Jun 21, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 14, 2012 (FBC) Ityoophiyaan sababa waliigaltee hidha haaromsaan, waliigaltee mirga misooma laga Abbayyaa irratti qabdu daangessu akka hin fudhanne Ministirri Dhimma Alaa…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy Ahimad Ofisaroota jeneraalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa waliin mari’atan Wabi Fufa Jun 21, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 14, 2012 (FBC) – Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ofisaroota jeneraalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa waliin mari’atan. Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ofisaroota…