Balballoommii fi yaada Poolisoonni saamicha raawwatan adabaman Obse Wakgari Dec 27, 2019 0 Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC) – Poolisoonni saamicha raawwatan adabaman. Miseensonni poolisii meeshaa mootummaan itti laatetti fayyadamuun saamicha raawwatan adabamuu Abbaan…
Idil Addunyaa Balaa xiyyaaraa Kaazaakistaanitti qaqqabeen lubbuun namoota 14 darbe Wabi Fufa Dec 27, 2019 0 Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC) - Balaa xiyyaaraa Kaazaakistaanitti qaqqabeen lubbuun namoota 14 darbuun himame. Qabeenyummaan isaa Beek Eer kan ta’e xiyaarri kun balalliif ka’ee…
Ispoortii Obbo Biiniyaam Miruuts preezdaantii Federeeshinii Atleetiksii Finfinnee ta’uun filataman Obse Wakgari Dec 27, 2019 0 Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC) – Obbo Biiniyaam Miruuts Yifxar preezdaantii Federeeshinii Atleetiksii Finfinnee ta'uun filataman. Federeeshinichi kaleessa namoota waggaa 4f…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaanonni 84 Sudaanii gara biyyaa deebi’an Obse Wakgari Dec 27, 2019 0 Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC) – Ityoophiyaanonni 84 Sudaanii gara biyyaa deebi'an. Namoonni deebi'an kanneen faddaaltotaa fi daddabarsitoota namoota seeran alaa harka…
Oduu biyya keessaa Hiriirri waamame beekkamtii mana maree dhimmoota Islaamummaan ala jedhame Wabi Fufa Dec 27, 2019 0 Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC) – hiriirri hordooftoonni amantaa Islaamaa karaalee miidiyaa hawaasaa garagaraan guyyaa har’aa akka gaggeessaniif waamame beekkamtii mana maree dhimmoota…
Teeknooloojii Huwaawween dhaabbilee biiroo fi mootummaa Chaayinaa irraa deeggarsi akka hin taasifamnef beeksisee Obse Wakgari Dec 26, 2019 0 Finfinnee, Muddee 16, 2012 (FBC) – Dhaabbanni Huwaawwee mootummaa Chaayinaa fi dhabbiilee biroon waliin walitti dhufeenya akka hinqabne beeksise. Dhaabbanni Huwaawwee mootummaa Chaayinaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti ijaarsa Imbaasii Eertiraatif dhagaan bu’uuraa kaa’ame Obse Wakgari Dec 26, 2019 0 Finfinnee, Muddee 16, 2012 FBC) –Ityoophiyaatti ijaarsa Imbaasii Eertiraatif dhagaan bu'uuraa kaa'ame Mootummaan Eertiraa imbaasii akka haaraatti magaalaa Finfinneetti…
Waajabila Faanaa Almaaz Afrikaarraa namoota seenaa dinqisiisaa qaban keessaa takka taate Obse Wakgari Dec 26, 2019 0 Finfinnee, Muddee 16, 2012 FBC) - Almaaz Darrasaan bara Faranjootaa 2019tti Afrikaarraa namoota seenaa dinqisiisaa qaban keessaa takka taate. Almaaz bara 1991 Godina Jimmaa,…
Oduu biyya keessaa Moojuulli seenaa Gaanfa Afrikaa fi Ityoophiyaarratti qophaa’e gamaaggamamaa jira Wabi Fufa Dec 26, 2019 0 Finfinnee, Muddee 16, 2012 (FBC) - Moojuulli seenaa Gaanfa Afrikaa fi Ityoophiyaa; barattootni yuunvarsiitii waggaa 1ffaa akka barataniif qophaa’e Finfinneettii gamaaggamamaa jira.…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiyyii fi preezdaant Isaayyaas Bishooftuu fi Duukam daawwatan Obse Wakgari Dec 26, 2019 0 Finfinnee, Muddee 16, 2012(FBC)- Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimadii fi preezdaantiin Eertiraa Isaayyaas Afawarqiin hojiilee misoomaa magaalaa Bishooftuu daawwatan. …