Ityoophiyaatti namoota karaa seeraan alaa galan to’achuuf hojjetama jira
Finfinnee, Caamsaa 23, 2012 (FBC) – Weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf namoota karaa seeraan alaa Ityoophiyaa galaan to’achuuf caasaan nageenyaa hojii ijoo godhee hojjeeta jiraachuu…