Oduu biyya keessaa Biqiltuu bara darbe dhaabaman keessaa %84 qabateera Obse Wakgari May 18, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2012 (FBC) – Biqiltuu bara darbe dhaabaman keessaa %84 qabateera. Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad akka beeksisanitti biqiltuu sadarkaa…
Oduu biyya keessaa Fiinlaand Ityoophiyaadhaf deeggarsa Yuuroo miiliyoona 4 laatte Obse Wakgari May 18, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2012 (FBC) – Fiinlaand Ityoophiyaadhaf deeggarsa Yuuroo miiliyoona 4 laatte. Deeggarsichi sagantaa qulqullinaa 'Waan Washiif' kan ooludha. …
Idil Addunyaa Demokraatika Riippabliika Koongootti haleellaa qaqqabeen lubbuun namoota 20 darbe Obse Wakgari May 18, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2012 (FBC) – Demokraatika Riippabliika Koongootti haleellaa hidhattoonni qaqqabsiisaniin lubbuun namoota 20 darbe. Haleellaa kaleessa naannoo kaaba baha…
Biiznasii Daandichi Booyiingirraa amma dhuma Waxabajjiitti beenyaa kan eegu ta’uu beeksise Obse Wakgari May 18, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2012 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa, Booyiingirraa amma dhuma Waxabajjiitti kaffaltii beenyaa kan eegu ta'uu beeksise. Hoji raawwachiisaan…
Oduu biyya keessaa Aadde Mufariyaat hoggansa dhaabbilee waamamoo waliin mari’atan Obse Wakgari May 18, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2012 (FBC) – Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde Mufariyaat Kaamiil hoggansa dhaabbilee waamamoo waliin mari'atan. Turmaata isaanitiin raawwii hojii fi dhimmoota…
Oduu biyya keessaa Marii fi muuxannoo wal jijjiirraan tamsa’ina COVID-19 ittisuurratti xiyyeeffate gaggeeffame Obse Wakgari May 17, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2012 (FBC) – Marii fi muuxannoo wal jijjiirraan tamsa’ina COVID-19 ittisuurratti xiyyeeffate yeroo 8ffaaf viidiyoo koonfiraansin gaggeeffamu Ministeerri Geejjiba…
Oduu biyya keessaa Injinaar Taakkalaan daandii Haayilee Gaarmanti – Jamootti ijaarrama jiru daawwatan Obse Wakgari May 17, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2012 (FBC) – Itti aanaa kantibaa magaalaa Finfinnee Injinaar Taakkala Uuman daandii Haayilee Gaarmantii hanga Jamootti ijaarrama jiru daawwataniiru. Daandichiis…
Uncategorized Qorannoon barumsi adda cite yoo itti fufuu dhiibbaan akka hin uumamne taasisu argame Obse Wakgari May 17, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2012 (FBC) – Sabaaba weerara vaayrasii koroonaan barumsi adda cite yoo itti fufuu qorannoon dhiibbaan akka hin uumamne taasisu argamu Ministeerri Barnoota beeksise.…
Oduu biyya keessaa Preezdaantiin Saahilawarq hordoftoota amantaa Islaamaa galiin isaanii gadi aanaa ta’e waliin turtii… Obse Wakgari May 17, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2012 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee hordoftoota amantaa Islaamaa galiin isaanii gadi aanaa ta’e naannoo Massaalamiiyaa maqaa addaan (Ihil Barandaa)…
Idil Addunyaa Afrikaatti lakkoofsi namoota vayraasii koroonaan qabamanii kuma 81 caale Obse Wakgari May 17, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2012 (FBC) - Afrikaatti lakkoofsi namoota vayraasii koroonaan qabamanii kuma 81 caaleera. Afrikaatti lakkoofsii namootaa vaayrasichaan qabamanii kuma 81 fi 608…