Dhaabbileen amantaa Ityoophiyaa dhaabbata muul’ata waloo cimaarratti hundaa’e uumuu qabu – MM FDRI…
Finfinnee, Caamsaa 7, 2012 (FBC) – Dhaabbileen amantaa Ityoophiyaa dhaabbata muul’ata waloo cimaarratti hundaa’e uumuu akka qaban Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahiman yaadachiisan.…