Oduu biyya keessaa MM FDRI Abiy Ahimad, MM Hindii waliin mari’atan Sifen Megersa May 6, 2020 0 Finfinnee, Eebila 28, 2012 (FBC) – Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimad, Muummee Ministiraa Hindii Naareendiraa Moodii waliin dhimmoota waloorrattaii mari’atan. Muuxxannoo hojii…
Teeknooloojii Ityoophiyaatti wixineen labsii teeknooloojii daldala elektirooniksii hojiirra ooluufi Sifen Megersa May 6, 2020 0 Finfinnee, Eebila 28, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti sadarkaan teeknooloojii irra ga’ame sirna daldala elektirooniksii jalqabsiisuuf kan dandeessisu ta’uu ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Eebila 30, 2012 eegalee fayyadamtoonni taaksii haguuggii fuulaa fayyadamuun dirqama jedhame Sifen Megersa May 6, 2020 0 Finfinnee, Eebila 28, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Eebila 30, 2012 eegalee tajaajilamtoonni taaksii haguuggu fuulaa fayyadamuun dirqama ta’uu ibsame. Akka Abbaan Taayitaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoota dabalataa 17 irratti vaayrasiin koroonaa argame Sifen Megersa May 6, 2020 0 Finfinnee, Eebila 28, 2012 (FBC) – Sa'aa 24 darban keessatti qorannaa laabraatoorii samuudaa 1,382 gaggeeffameen namoota 17 irratti vaayrasichi argamuun mirkanaa'era. Namoonni kunneen…
Idil Addunyaa Biriitaaniyaatti lakkoofsi namoota dhibee COVID -19 du’anii biyyoota Awrooppaatti isa olaanaa ta’e Sifen Megersa May 6, 2020 0 Finfinnee, Eebila 28, 2012 (FBC) – Biriitaaniyaatti lakkoofsi namoota COVID -19 du’anii biyyoota Awrooppaatti isa olaanaa ta’uu himame. Akka Ministeerri Fayyaa biyyattii…
Idil Addunyaa Chaayinaatti manneen barnootaa Baatii 3 oliif cufamanii turan banaman Sifen Megersa May 6, 2020 0 Finfinnee, Eebila 28, 2012 (FBC) – Chaayinaan Baatii sadiin booda sochii idileetti deebi’aa jiraachuu himame. Chaayinaa magaalaa Huhaaniitti manneen barnootaa sadarkaa 2ffaa…
Oduu biyya keessaa MM FDRI Abiy Ahimad qaamoolee hojii kalaqarratti argaman galateeffatan Sifen Megersa May 6, 2020 0 Finfinnee, Eebila 28, 2012 (FBC) – Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimaad qaamoolee hojii kalaqaarratti argaman galateeffataniiru. Dooktar Abiy, karaa innooveeshii…
Idil Addunyaa Tatamsa’inni weerara vaayrasii koroonaa biyyoota gaafa Afrikaatti dabalaa jiraachuu himame Sifen Megersa May 6, 2020 0 Finfinnee, Eebila 28, 2012 (FBC) – Tatamsa’inni weerara vaayrasii koroonaa biyyoota gaafa Afrikaatti dabalaa jiraachuu himame. Naannichaatti namoonni vaayrasichaan qabaman…
Oduu biyya keessaa Aadde Daagmaawiit kenniinsa tajaajilaa buufataalee konkolaataa daawwatan Sifen Megersa May 6, 2020 0 Finfinnee, Eebila 28, 2012 (FBC) – Ministirri Ministeera Geejjibaa aadde Daagmaawiit Mogas haala kenniinsa tajaajilaa fi hojiilee ittisa vaayrasi koroonaa buufataalee Konkolaataa…
Oduu biyya keessaa Waliigalteen ijaarsa misooma jallisii Kaazaa fi Tandaahoo mallatteeffame Obse Wakgari May 6, 2020 0 Finfinnee, Eebila 28, 2012 (FBC) – Waliigalteen ijaarsa hidha Kaazaa 1, misooma jallisii Kaazaa 2 fi Tandaahoo mallatteeffame. Hojichi baasii Birrii biiliyoona 4.7331 kan…