Oduu biyya keessaa Muummen Ministira Dooktar Abiy Ahimad Abuu Dhaabii galan Wabi Fufa Feb 13, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 5, 2012 (FBC) - Jilli Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad durfamu lammiilee Itiyoophiyaa Giddugala Bahaa jiran waliin mari'achuuf Emmireetota Arabaa…
Oduu biyya keessaa Mariin MM Dr Abiy lammiilee Ityoophiyaa waliin taasisan, kallattii bobbii hojiitif murteessadha–… Wabi Fufa Feb 13, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 5, 2012 (FBC) – Mariin muummeen ministiraa Dooktar Abiy Ahimad lammiilee Ityoophiyaa waliin Duubaayitti taasisan, kallattii bobbii hojiirratti murteeessadha…
Ispoortii Taphataan Kubbaa Miilaa Mogas Taaddaasaan boqate Obse Wakgari Feb 13, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 5, 2012 (FBC) - Taphataan Kubbaa Miilaa Biyyaaleessa Ityoophiyaa duraanii Mogas Taaddaasaan addunyaa kanarraa guyyaa har’aa lubuun darbeera. Mogas Taaddasaan…
Biiznasii Magaalichatti balfa gogaa walitti qabuu fi deebisanii hojiirra oolchuun galiin Birrii miiliyoonni… Obse Wakgari Feb 13, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 5, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti balfi gogaan tooniin kumni 17 fi 840 walitti qabamuun deebi’ee hojiirra ooluu isaa ibsameera. Eejansiin Bulchiinsa Balfa…
Teeknooloojii Qophiin agarsiisa waggaa bilbiloota ammayyaa’oo sababa sodaa vaayraasi koroonaan haqame Obse Wakgari Feb 13, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 5, 2012 (FBC) - Qophiin agarsiisa waggaa bilbiloota ammayyaa’oo sababa sodaa vaayrasi koroonaan haqameera. Speen Baarseelootti waggaa waggaan kan adeemsifamuu fi…
Oduu biyya keessaa Ijaarsa masgiidota Mooxaatti gubatanii fi lammiilee qabeenyi jalaa barbadaa’e deeggaruuf… Obse Wakgari Feb 13, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 5, 2012 (FBC) – Ijaarsa masgiidota Mooxaatti gubatanii fi lammiilee qabeenyi jalaa barbadaa'e deeggaruuf Birrii miiliyoonni 209 walitti qabameera. Preezdaantiin…
Oduu biyya keessaa Obbo Gadduun Ityoophiyaatti ambaasaaddara Ameerikaa waliin mari’atan Wabi Fufa Feb 13, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 5, 2012 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Maaykil Raaynar waliin mar’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy Ahimad Emmireetota Arabaa Gamtooman jiru Obse Wakgari Feb 13, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 5, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad daawwii hojiitif Emmireetota Arabaa Gamtooman galan. Dooktar Abiy Buufata Xiyyaaraa Idil…
Biiznasii Gabaan Oomisha Ityoophiyaa Amajjii keessa oomisha Birrii biiliyoona 4.64 walbichisiise Wabi Fufa Feb 13, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 5, 2012 (FBC) - Gabaan Oomisha Ityoophiyaa baatii Amajjii keessa oomisha Birrii biiliyoona 4.64 walbichisiise. Oomishti Birrii biiliyoona 4.64 walbichisiifame…
Waajabila Faanaa Ga’eettiin umrii waggaa 35 bishaan malee waggaa 1 ol jirattee Obse Wakgari Feb 13, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 5, 2012 (FBC) - Ga’eettiin umrii waggaa 35 bishaan osoo hin dhugiin waggaa 1 ol jiraatte fayya qabeettii ta’uun ishee himameera. Ga’eettiin umurii waggaa 35…