Raayyaan ittisa biyyaa Askuum Adwaa fi naannoo Aaddagiraat to’ateera
Finfinnee, Sadaasa 11, 2013 (FBC) – Raayyaan ittisa biyyaa Askuum Adwaa fi naannoo Aaddagiraatiin to’achuu Qulqulleessaan Ragaa Yeroo Labsii Ariifachiisaa beeksise.
Raayyaan ittisa Biyyaa…