Oduu biyya keessaa Meeshaaleen tajaajila argansuuf oolan raabsamaa jiru Obse Wakgari Apr 28, 2020 0 Finfinnee, Eebila 20,2012(FBC)- Meeshaaleen tajaajila argansuuf oolan guutuu biyyattiitti raabsamaa jiru. Meeshaaleen kanneen tajaajila deeggarsa argansuu namoota dhibee vaayrasii…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti namoonni 116 shiishaa osoo xuuxanuu to’ataman Obse Wakgari Apr 27, 2020 0 Finfinnee, Eebila 19, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinnee aanaa 4, naannoo Sameen Maazzagaajaatti namoonni 116 shiishaa osoo xuuxanuu to'atamuu Koomiishiniin Poolisii Finfinnee beeksise.…
Oduu biyya keessaa Waldaan Fannoo Diimaa Ityoophiyaa, Koree Fannoo Diimaa Idil Addunyaa waliin deeggarsa laate Obse Wakgari Apr 27, 2020 0 Finfinnee, Eebila 19, 2012 (FBC) – Waldaan Fannoo Diimaa Ityoophiyaa, Koree Fannoo Diimaa Idil Addunyaa waliin ta'uudhan deeggarsa laate. Deeggarsichas garee ittisa vaayrasii koroonaaf…
Biiznasii Oomishti qonnaa kuntaalli kuma dhibba 6 ol shamattootaf dhiyaachaa jiraachun ibsame Obse Wakgari Apr 27, 2020 0 Finfinnee, Eebila 19, 2012 (FBC) – Oomishti qonnaa kuntaalli kuma dhibba 6 ol shamattootaf dhiyaachaa jiraachun ibsame. Eejansiin Hojii Gamtaa Federaalaa akka beeksisetti,…
Fayyaa Kibbaa godina Guraagee aanaa Innamoorii fi Innaritti busaa keelloon mudate Obse Wakgari Apr 27, 2020 0 Finfinnee, Eebila 19, 2012 (FBC) – Naannoo Kibbaa godina Guraagee aanaa Innamoorii fi Innaritti busaan keelloon mudate. Mallattoon dhibichaa baatii Gurraandhalaa dhumarra…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni vaayrasicharraa dandamatan 50 ga’an Obse Wakgari Apr 27, 2020 0 Finfinnee, Eebila 19, 2012 (FBC) – Qorannaa laabraatoorii samuudaa 943 irratti sa'aa 24 darbe keessatti gaggeeffameen, nama tokkorratti vaayrasiin koroonaa argame. Haaluma…
Oduu biyya keessaa Federeeshinichi keemikaalota farra aramaa Birrii biiliyoona 1.3 bite Obse Wakgari Apr 27, 2020 0 Finfinnee, Eebila 19, 2012 (FBC) – Federeeshiniin Waldaalee Hojii Gamtaa Qonnaan Bultoota Oromiyaa bittaa keemikaalota farra aramaa Birrii biiliyoona 1.3 raawwachuu beeksise. Itti aanaa…
Vaayrasiikoroonaa Dhaabbanni Liqii fi Qusannaa Amaaraa deeggarsa Birrii miiliyoona 15 laate Obse Wakgari Apr 27, 2020 0 Finfinnee, Eebila 19, 2012 (FBC) – Dhaabbanni Liqii fi Qusannaa Amaaraa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf deeggarsa Birrii miiliyoona 15 laate. Deeggarsa maallaqichaas hoji…
Oduu biyya keessaa Sulultaatti konkolaachiftoota labsii hataattamaa darban 160 irratti tarkaanfin fudhatame Obse Wakgari Apr 27, 2020 0 Finfinnee, Eebila 19, 2012 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Sulultaatti konkolaachiftoota labsii hataattamaa darban 160 irratti tarkaanfin fudhatame. Qajeelchi Pooliisii fi Abbaa…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq koomiishinicha waliin mari’atan Obse Wakgari Apr 27, 2020 0 Finfinnee, Eebila 19, 2012 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen koomiishinii idil addunyaa Dhaabbata Barnoota, Saayinsii fi Aadaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii waliin…