Fayyaa Miidhaa dhugaatiin alkoolii qaama namaarran ga’u Wabi Fufa Feb 6, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2012 – Miidhaa dhugaatiin alkoolii qaama namaarran ga’u Alkoolii dhuguun dhiibee gara garaatiif nama saaxiluun jireenya namaa miidhuu irratti argama. Miidhaa…
Oduu biyya keessaa Cee’umsi gara caasaa Gamtaa Afrikaa haaraatti taasifamu iftoominaan akka raawwatamu obbo… Obse Wakgari Feb 6, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2012 (FBC) - Cee'umsi gara caasaa Gamtaa Afrikaa haaraatti taasifamu iftoominaan akka raawwatamu ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw…
Waajabila Faanaa Misirroonni sodaa vaayrasii koroonaaf, sirna gaa’elaa isaanii tamsaasa kallattiin taasisan Obse Wakgari Feb 6, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2012 (FBC) – Misirroonni sodaa vaayrasii koroonaaf sirna gaa’elaa isaanii tamsaasa kallattiin taasisuun dhaga’ame. Ka’umsi isaa Chaayinaa kan ta’e koroonaa…
Biiznasii Warshaa qorichaa Doolaara Ameerikaa miiliyoona 10n hojjetamuuf dhagaan bu’uuraa ka’ame Obse Wakgari Feb 6, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2912 (FBC) – Paarkii Indaastirii Qilinxoo keessatti warshaa qorichaa fi meeshaalee fayyaa oomishu hojjechuuf dhagaan bu’uuraa ka’ameera. Dhagaan bu'uuraa kaa'ame…
Teeknooloojii Maaykiroosooft rakkina appilikeeshinii wiindoows 10 qunname hiike Wabi Fufa Feb 6, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2012 (FBC) – Maaykiroosooft rakkina appilikeeshinii windoows 10 qunnamee ture hiikuusaa ibseera. Fayyadamtoonni hedduun appilikeeshinichi guyyaa kaleessaarraa…
Oduu biyya keessaa Agarsiisni, baazaarii fi siimppooziyeemiin waldaalee hojii gamtaa biyyaaleessaa 7ffaan Sifen Megersa Feb 6, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2012 (FBC) - Agarsiifni, Baazaarii fi Siimpooziiyeemiin Waldaalee Hojii Gamtaa Biyyaaleessaa 7ffaan giddugala agarsiisa Finfinneetti eegalameera. ‘Waldaalee hojii…
Oduu biyya keessaa Eejansichi agoobaroota miiliyoona 3.1 bituun rabsaa jirra Sifen Megersa Feb 6, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2012 (FBC) - Eejansiin Dhiyeessa Qorichaa Ityoophiyaa agoobaroota miiliyoona 3.1 rabsuu eegaluu isaa beeksiseera. Eejansichi agoobaroota birrii miiliyoona dhibba 1…
Idil Addunyaa Balaa baaburaa Xaaliyaanitti mudateen lubbuun namoota lamaa darbe Wabi Fufa Feb 6, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2012 (FBC) - Balaa baaburaa Xaaliyaanitti mudateen lubbuun namoota lamaa darbeera. Balaa baaburaa naannoo Kaabaa Xaaliyaan magaalaa Loodiitti mudateen lubbuun…
Oduu biyya keessaa Walga’iin hoji raawwachiistuu Gamtaa Afrikaa 36ffaan banameera Obse Wakgari Feb 6, 2020 0 Finfinnee, Amajii 28, 2012 (FBC) – Walga'iin hoji raawwachiistuu Gamtaa Afrikaa 36ffaan banameera. Waltajjiin ministiroonni Dhimma Alaa biyyoota miseensa Gamtaa Afrikaa irratti…
Idil Addunyaa Chaayinaatti lakkoofsi namoota vaayraasii koroonaan du’anii 563 ga’eera Obse Wakgari Feb 6, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2012 (FBC) - Chaayinaatti lakkoofsi namoota vaayraasii koroonaan du’anii 563 ga’eera. Hanga ammaatti lakkoofsi namoota vaayrasichaan du’anii 563 irraa akka ga’e…