Manni murtichaa obbo Jawaar Mahaammad dabalatee shakkamtoota 8f beellama jijjiiraa Hagayya 22tti…
Finfinnee, Hagayya 20, 2012 (FBC) – Manni Murtii Sadarkaa Jalqabaa Federaalaa dhaddacha ramaddii Araadaa obbo Jawaar Mahaammadfaa dabalatee shakkamtoota 8 irratti ragaalee qorannaan duraa…