Oduu biyya keessaa Lammiileen Itiyoophiyaa 164 Beeruutii gara biyyaa deebi’an Sifen Megersa Jan 13, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2017 (FMC) – Lammiileen Itiyoophiyaa Beeruutiitti haala rakkisaa keessa turan 164 gara biyyaa deebi'aniiru. Lammiileen kunneen waayita Buufata Xiyyaaraa Idil…
Biiznasii Mootummaan deeggarsi gatii boba’aaf taasifame kaayyoo karoorfameef ooluusaa hordoffii cimaa taasisa… Sifen Megersa Jan 13, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2017 (FMC) – Mootummaan deeggarsi gatii boba’aaf taasifame kaayyoo karoorfameef ooluusaa hordoffii cimaa taasisaa jiraachuu Ministeerri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa…
Oduu biyya keessaa Mootummaan dhabuuf kan ture Birrii biiliyoona 100 ol baraaruun akka danda’ame ibsame Debela Tadesse Jan 13, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2017 (FMC)- Waliin dhahiinsa daldalaa fi kontiroobaandiin mootummaan dhabuuf kan ture Birrii biiliyoona 100 fi biiliyoona 7 ol baraaruun akka danda’ame ibsame.…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Deenmaarki hojiilee misoomaa Itiyoophiyaa deeggaruuf fedhii qabaachu ibse Tsehay Guluma Jan 13, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2017 (FMC) –Mootummaan Deenmaarki hojiilee misoomaa dameelee garaagaraan Itiyoophiyaan hojjechaa jirtu deeggaruuf fedhii qabaachuu Giiftiin Biyyaattii Beenediktee…
Ispoortii Piriimeer Liigii Oromiyaan Gimbiin Leeqaa injifate Sifen Megersa Jan 13, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee 10ffaa har’a taphatameen Bulchiinsi Magaalaa Gimbii Kilaba Leeqaa injifateera. Tapha har’a waaree booda…
Oduu biyya keessaa Waajjirri Giiftii Duree Biiroo Fayyaa Magaalaa Finfinneef deeggarsa taasise Sifen Megersa Jan 13, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2017 (FMC) – Waajjirri Giiftii Duree Biiroo Fayyaa Magaalaa Finfinneef qorichaalee adda addaa deeggarsa taasiseera. Waajjirichi dhaabbata miti mootummaa 'Good…
Oduu biyya keessaa “REACG DIGITAL” Itiyoophiyaatti invastimantii damee geejjibaarratti bobba’uuf fedhii akka qabu ibse Debela Tadesse Jan 13, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2017 (FMC)- Dhaabbanni Gamtaa Emereetota Arabaa “REACG DIGITAL” Itiyoophiyaatti invastimantii kenniinsa eeyyama konkolaachisaa fi dameewwan biroorratti bobba’uuf fedhii…
Oduu biyya keessaa Daandiin Baaburaa gara milkaa’inaatti imalaa jira – Injinar Taakkalee Uumaa Sifen Megersa Jan 13, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2017 (FMC) – Waldaan Aksiyoonaa Geejjiba Baaburaa Itiyoo – Jibuutii daandii milkaa’inaarra jiraachuu Hojii Raawwachiisaa olaanaan dhaabbichaa Injinar Taakkalee Uumaan…
Idil Addunyaa Balaa Ibiddaa Loos Anjelesitti mudateen lakkoofsi namoota du’anii 24 qaqqabe Sifen Megersa Jan 13, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2017 (FMC) – Balaan Ibiddaa Ameerikaa kutaa Bulchiinsa Kaaliifoorniyaa magaalaa Loos Anjelesitti mudate hanga ammaatti lubbuu nmoota 24 galaafachuu ibsameera. Balaa…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalichaa qaamolee nageenyaa 340’f manneen jireenyaa dabarse Tsehay Guluma Jan 13, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2017 (FMC)-kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen qaamolee nagenyaa 340'f f manneen jireenyaa dabarsan. Aadde Adaanech Abeebeen gama…