Oduu biyya keessaa MM FDRI Abiy Ahimad ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Apr 12, 2020 0 Finfinnee, Eebila 4, 2012 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ummata Ityoophiyaa fi guutuu addunyaa maraan baga ayyaana du’aa ka’uu Iyyasuus Kirsiistoos akka laakoofsa bara warra…
Oduu biyya keessaa Danbiin labsii yeroo ariifachiisaa raawwachiisu Abbaan Alangaa Waliigalaa ifoomse Wabi Fufa Apr 11, 2020 0 Finfinnee, Eebila 3, 2012 (FBC)- Danbiin labsii yeroo ariifachiisaa raawwachiisu Abbaan Alangaa Waliigalaa ifoomse. Weera Koroonaa vaayirasii ittisuu, too'achuu fi miidhaa geechisuu…
Oduu biyya keessaa MM Dr.Abiy fi Giiftii dureen aadde Zinnaash Taayyaachaw dhiyeessi nyaataa arjooman Wabi Fufa Apr 11, 2020 0 Finfinnee, Eebila 3, 2012 (FBC)- Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii dureen aadde Zinnaash Taayyaachaw dhiyeessi nyaataa Bulchiinsa magaalaa Finfinneef arjooman.…
Idil Addunyaa Afrikaatti namoonni vaayrasii koroonaan qabaman kuma 14tti siqeera Wabi Fufa Apr 11, 2020 0 Finfinnee, Eebila 3, 2012 (FBC)- Afrikaatti namoonni vaayrasii koroonaan qabaman kuma 14tti siqeera. Afrikaatti namoonni vaayraasii koroonaan qabaman kuma 13fi 674 gahu ibsi woorlid…
Oduu biyya keessaa Ministirri Dhimma Alaa obbo Gadduun Ambaasaaddaroota biyyoota Awurooppaa Ityoophiyaa bakka bu’an… Wabi Fufa Apr 11, 2020 0 Finfinnee, Eebila 3, 2012 (FBC)- Ministirri Dhimma Alaa obbo Gadduun Ambaasaaddaroota biyyoota Awurooppaa Ityoophiyaa bakka bu’an waliin mari’atan. Ministirri Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu…
Oduu biyya keessaa Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad hundeessa Teesla Eloon Maaski waliin mari’atan Wabi Fufa Apr 11, 2020 0 Finfinnee, Eebila 3, 2012 (FBC)- Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad hundeessa Teesla Eloon Maaski waliin mari’atan. Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad hundeessa Teesla Eloon…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin aartii Paarkii Tokkummaatti gaggeeffama jira Wabi Fufa Apr 11, 2020 0 Finfinnee, Eebila 3, 2012 (FBC)- Waltajjiin aartii daawwattoota malee weerara vaayrasi koroonaa ittisuuf qophaa’e Paarkii Tokkummaatti gaggeeffama jira. Sagantichi koree aartii fi miidiyaa…
Oduu biyya keessaa Walaayittaa Magaalaa Sooddootti namoota jireenya isaanii dandirra taasifatan hojiin daandirraa… Wabi Fufa Apr 11, 2020 0 Finfinnee, Eebila 3, 2012 (FBC)- Walaayittaa Magaalaa Sooddootti namoota jireenya isaanii dandirra taasifatan 700 ol weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf jecha hojiin daandirraa kaasuu…
Oduu biyya keessaa Dhaabbanni tola ooltummaa Kameed Sheer Idil Addunyaa Bulchiinsa Magaalaa finfinneef deeggarsa… Wabi Fufa Apr 11, 2020 0 Finfinnee, Eebila 3, 2012 (FBC)- Dhaabbanni tola ooltummaa Kameed Sheer Idil Addunyaa tattamsa’ina vaayrasi koroonaa ittisuuf kan dandeesisu deeggarsa meeshaalee Bulchiinsa Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 4 vaayrasii koroonaatin qabamuun mirkanaa’e Wabi Fufa Apr 11, 2020 0 Finfinnee, Eebila 3, 2012 (FBC)- Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 4 vaayrasii koroonaatin qabamuun mirkanaa’e. Sa’aa 24 keessatti namoota 345f qorannaan laabraatoorii kan taasifame…