Oduu biyya keessaa Sirreeffamtoota 1,559f dhiifamni godhame Obse Wakgari Apr 2, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2012 (FBC) - Abbaan Alangee Waliigalaa Federaalaa sirreeffamtoota 1,559f dhiifamni taasifamuu beeksise. Haati Alangee Waliigalaa Federaalaa aadde…
Oduu biyya keessaa Paartileen siyaasaa addunyaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf, sochii qindoominaatif waamicha… Obse Wakgari Apr 2, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2012 (FBC) - Paartileen siyaasaa addunyaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf, sochii qindoominaatif waamicha dhiyeessan. Vaayrasiin koroonaa…
Fayyaa Hararii fi Dirree Dawaatti biifaan keemikaala farra ilbiisota dhibee qaqqabsiisanii raawwatame Obse Wakgari Apr 2, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2012 (FBC) - Magaalaa Hararii fi Dirree Dawaatti biifaan keemikaala farra ilbiisota dhibee qaqqabsiisanii raawwatame. Biifaan keemikaalichaa daandilee…
Teeknooloojii Oromiyaatti wiirtuleen laaboraatoorii qorannaa vaayrasii koroonaa hojii jalqabuufi Obse Wakgari Apr 2, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2012 (FBC) - Oromiyaatti wiirtuleen laaboraatoorii qorannaa vaayrasii koroonaa hojii jalqabuufi. Wiirtulee kanneenis yuunvarsiitota naannicha keessa jiran waliin…
Oduu biyya keessaa Imala jijjiirramaa waggaa lammaffaa kan kabajnu gama tokkoon qormaata, gama biraatin ammoo abdii nu… Obse Wakgari Apr 2, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2012 (FBC) - Imala jijjiirramaa waggaa lammaffaa kan kabajnu gama tokkoon qormaata, gama biraatin ammoo abdii nu fuldura jiru ilaaludhaani jedhan muummee ministiraa…
Biiznasii Baankiin Biyyoolessaa Ityoophiyaa qajeelfama sirna kaffaltii haaraa baase Obse Wakgari Apr 2, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2012 (FBC) - Baankiin Biyyoolessaa Ityoophiyaa qajeelfama sirna kaffaltii haaraa baase. Baankichi akka beeksisetti sirnichi sirna kaffaltii sadarkaa…
Oduu biyya keessaa Hordoftoonni amantaa Ortodooksii mana isaanitii kadhannaa akka gaggeessan dhaamame Obse Wakgari Apr 1, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2012 (FBC) - Hordoftoonni amantaa Ortodooksii Ityoophiyaa mana isaanitii kadhannaa akka gaggeessan dhaamame. Siinodoosiin dhaabbii Mana Amantaa…
Biiznasii Finfinneetti bakki gurgurtaa fudraa fi mudraa Jaanmeedaatti(Urufa Doobbii) akka dabarfamu… Obse Wakgari Apr 1, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2012 (FBC) - Finfinneetti bakki gurgurtaa fudraa fi mudraa Jaanmeedaatti(Urufa Doobbii) akka dabarfamu murtaa'e. Itti aanaan kantiibaa magaalaa…
Oduu biyya keessaa Manneen Murtii Federaalaa guyyootii dabalataa 23f gariin cufamaniit turu Obse Wakgari Apr 1, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2012 (FBC) - Manneen Murtii Federaalaa guyyootii dabalataa 23f gariin cufamaniit turu. Preezdaantiin Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa aadde Ma'aazaa…
Oduu biyya keessaa Finfinneen dhaabbilee gatii daabboo dabalanii fi giraama hir’isanirratti tarkaanfii kan… Obse Wakgari Apr 1, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2012 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Finfinnee dhaabbilee gatii daabboo dabalanii fi giraama hir'isanirratti tarkaanfii kan fudhatu ta'uu beeksise. Biiroon Daldalaa…