Oduu biyya keessaa Manni maricha boruu yaa’ii idileesaa ni gaggeessa Obse Wakgari Nov 2, 2020 0 Finfinnee, Onkololeesa 23, 2013 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI bara hojii 6ffaa walga'ii idilee 2ffaa boruu ni gaggeessa. Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI bara hojii…
Oduu biyya keessaa Hojii barnootaa addaan cittee ture jalqabsiisuuf Yuunvarsiitiin Saayinsii fi Teeknolooji Adaamaa… Wabi Fufa Nov 2, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 23, 2013 (FBC) – Sababa vaayirasii koronaaatin hojii barnootaa addaan cittee ture jalqabsiisuuf Yuunvarsiitiin Saayinsii fi Teeknolooji Adaamaa har'a barattootaa…
Oduu biyya keessaa Gochaa ABO shanee fi Wayyaaneen Ityoophiyaan hin diiggamtu – obbo Shimallis Abdiisaa Sifen Megersa Nov 2, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 23, 2013 (FBC) – Gochaa shororkeessummaa ABO shanee fi Wayyaaneen raawwataniin Ityoophiyaan kan hin diiggamne ta’uu Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo…
Idil Addunyaa Boruu kan xumuramu filannoon preezdaantummaa Ameerikaa lammiileen miiliyoonni 91 sagalee laataniiru Obse Wakgari Nov 2, 2020 0 Finfinnee, Onkololeesa 23, 2013 (FBC)- Boruu kan xumuramu filannoon preezdaantummaa Ameerikaa lammiileen miiliyoonni 91 sagalee laataniiru. Preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampii fi…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti sirna bittaa diriirfameen Birrii biiliyoona 1.8 baraaruun danda’ame Sifen Megersa Nov 2, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 23, 2013 (FBC) – Dhaabbilee bulchiinsa magaalaa Finfinnee jalatti argaman waliin sirna bittaa diriirfameen Birrii biiliyoona 1.8 mancaatirraa baraaruun danda’amuu…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalaa Finfinnee raawwii karoora kurmaana 1ffaa bara 2013 irratti hoggantoota… Sifen Megersa Nov 2, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 23, 2013 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee raawwii karoora kurmaana 1ffaa bara 2013 irratti hoggantoota magaalichaa waliin magaalaa Adaamaatti mari’ataa…
Ispoortii Waldorgommiin Figichaa fi Biskileetii Paarkii Inxooxxootti gaggeeffamufi Wabi Fufa Nov 2, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 23, 2013 (FBC) - Waldorgommiin Figichaa fi Biskileetii Paarkii Inxooxxootti gaggeeffamufi. Waldorgommiin Figichaa fi Biskileetii Paarkii Inxooxxootti akka…
Oduu biyya keessaa Konfidereeshiini Hojjechiiftoota Indaastirii fi Konfidereeshiini Hojjechiiftoota Ityoophiyaa walitti… Wabi Fufa Nov 2, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 23, 2013 (FBC) - Konfidereeshiini Hojjechiiftoota Indaastirii fi Konfidereeshiini Hojjechiiftoota Ityoophiyaa walitti makaman. Konfidereeshiinoonni hojjechiisaa…
Oduu biyya keessaa Mootummaan naannoo Oromiyaa haala yeroo ilaalchisuun ibsa laate Sifen Megersa Nov 2, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 23, 2013 (FBC) – Mootummaan naannoo Oromiyaa olaantummaa seeraa kabachiisuuf ummata waliin hojjechaa jiraachuu beeksiseera. Guutuun ibsichaa haala armaan gadiitiin…
Fayyaa Ityoophiyaan Dooktaroota Sudaan 100f carraa barnootaa bilisaan laatte Obse Wakgari Nov 2, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 23, 2013 (FBC) –Ityoophiyaan Dooktaroota Sudaan kibbaa 100f carraa barnootaa bilisaan laachuu ishee Ministeerri Fayyaa Sudaan kibbaa beeksise. Carraa…