Oduu biyya keessaa Haala ittisa dhibee COVID-19 ilaalchisee mariin gaggeeffame Sifen Megersa Mar 28, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2012 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad hojmaata vaayrasii koroonaa ittisuu ilaalchisee Preezdaantoota, itti aantootaa Preezdaantii naannoolee fi…
Oduu biyya keessaa Mootummaan naannoo Tigraay barattoota kutaa 5ffaadhaa amma 12tif barnoota raadiyoo fi televiizhinii… Obse Wakgari Mar 28, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2012 (FBC) – Mootummaan naannoo Tigraay barattoota kutaa 5ffaadhaa amma 12tif barnoota raadiyoo fi televiizhinii saatalaayitiitin laachuu eegaluufi.…
Oduu biyya keessaa Daandiiwwan Finfinnee 13rratti biifaan keemikaalaa ni hojjetama Obse Wakgari Mar 28, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2012 (FBC) – Booru daandiiwwan magaalaa Finfinnee 13rratti biifaan keemikaala farra ilbiisota dhibee qaqqabsiisanii ni hojjetama. Haaluma kanaan;…
Idil Addunyaa Traamp Jenaraal Mootars meeshaalee sirna hargansuuf gargaaran akka oomishu ajajan Obse Wakgari Mar 28, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2012 (FBC) – Preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Traamp dhaabbanni Jenaraal Mootars meeshaalee sirna hargansuuf gargaaran akka oomishu ajajaniiru. Dhaabbanni…
Oduu biyya keessaa Mootummaan naannoo Oromiyaa tamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf hojjechaa jiraachuu… Obse Wakgari Mar 28, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 19,2012(FBC) – Mootummaan naannoo Oromiyaa tamsa'ina vaayrasii koroonaa ittisuuf hojjechaa jiraachuu beeksiseera. Koreen Kenna Tajaajila Lammummaa Naannoo…
Idil Addunyaa Dhibaa’ummaa nama tokkootin Hind namoota kuma 40 tursa addaa galchite Obse Wakgari Mar 28, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 19,2012(FBC) –Dhibaa'ummaa nama tokkootin Hind namoota kuma 40 tursa addaa galchite. Namichi vaayrasii koroonaatin qabame umriin isaa waggaa 70 ta'e lubbuun isaa…
Oduu biyya keessaa Weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf deeggarsi taasifamaa jira Obse Wakgari Mar 28, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 19,2012(FBC) –Weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf deeggarsi taasifamaa jira. Paartiin Badhaadhinaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf Birrii miiliyoona dhibba…
Idil Addunyaa Sa’aatii 12 keessatti dhibeen COVID-19 namoota kuma 33 fi 481 keessatti argame Sifen Megersa Mar 27, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 18,2012(FBC) – Guyyaa har’aa sa’aatii 12 keessatti dhibeen COVID-19 namoota kuma 33 fi 481 keessatti argamuu ibsame. Ganama har’aa addunyaarratti namoonni…
Oduu biyya keessaa Vaayrasii koroonaa ittisuuf hojmaanni hojjetaa fi hojjisiisaa ifoome Sifen Megersa Mar 27, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 18,2012(FBC) – Vaayrasii koroonaa ittisuuf hojmaanni iddoo hojii hojjetaa fi hojjisiisaa ifoomeera. Tatamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf hariiroon…
Oduu biyya keessaa Daandiin qilleensichaa gurgurtaa tikkeettii kallattiin raawwatamu dhaabe Sifen Megersa Mar 27, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 18,2012(FBC) – Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa gurgurtaa tikkeetti kallattiin raawwatamu dhaabuu beeksise. Daandiin qilleensichaa imala kamiifiyyuu gurgurtaa…