Oduu biyya keessaa Imaltoota Adwaatif sirni gaggeessaa taasifame Obse Wakgari Jan 18, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2012 (FBC) – Imaltoota Adwaatif sirni gaggeessaa taasifame. Sirni gaggeessichaa mooraa bulchiinsa magaalaa Finfinneetti gaggeeffameera. Sirnicharrattis itti…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Misooma Intarpiraayizii fi Induustirii Oromiyaa walga’iisaa gaggeessaa jira Obse Wakgari Jan 18, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2012 (FBC) – Manni Maree Misooma Intarpiraayizii fi Induustirii Oromiyaa walgahii idilee isaa 2ffaa magaalaa Adaamaa galma abbaa Gadaatti gaggeessaa jira. Waltajjii…
Oduu biyya keessaa Qajeelfama raawwii filannoo irratti qooda fudhattoota waliin mari’atame Obse Wakgari Jan 18, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2012 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaaleessa Ityoophiyaa qajeelfama raawwii filannoo irratti qooda fudhattoota waliin mari'ate. Boordichi qooda fudhattoota waliin…
Ispoortii Gareen kubbaa miillaa dubartoota Ityoophiyaa gitasaa Buuruundii 5f 0dhaan injifate Obse Wakgari Jan 18, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2012 (FBC) – Gareen kubbaa miillaa dubartoota biyyoolessaa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii tapha gulaallii waancaa addunyaatin har'a Buuruundii waliin taphachuudhan…
Fayyaa Hospitaalli yaala haadholii fi daa’immannii eebbifame Sifen Megersa Jan 18, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2012 (FBC) – Koolleejjiin Meedikaalaa Barkumee Hospitaala Qidduus Phaawuloos Hoospitaala yaala haadholii fi daa’immanii Birrii miiliyoon dhibba 4 fi miiliyoona 50…
Oduu biyya keessaa Weerara hoomaa awwaannisaa godinaalee Oromiyaa to’achuuf hojjetamaa jira Obse Wakgari Jan 18, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2012 (FBC) - Weerara hoomaa awwaannisaa godina Baalee, Gujii Lixaa, Booranaa fi Gujiitti mudate to'achuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa…
Idil Addunyaa Chaayinaatti ammeentaan daa’imman waggaan dhalatanii waggaa 70 as kan bara Faranjootaa 2019 isa… Sifen Megersa Jan 18, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2012 (FBC) - Chaayinaatti ammeentaan daa’imman waggaan dhalatanii erga bara Faranjootaa 1949 as kan bara Faranjootaa 2019 isa gadi aanaa ta’uun himame. Bara…
Oduu biyya keessaa Daddabarsa namoota seeran alaa ittisuuf sosochiin hawaasaa murteessadha- obbo Dammaqaa Obse Wakgari Jan 18, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2012 (FBC) – Sochiin hawaasaa daddabarsa namoota seeran alaa ittisuurratti hojjechuu qaba jedhan itti aanaan muummee ministiraa obbo Dammaqaa Makoonnan. Manni Maree…
Oduu biyya keessaa Gareen ayyaana Cuuphaa Goondarirratti badii raawwachuuf ture to’atame Obse Wakgari Jan 18, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2012 (FBC) – Ayyaana Cuuphaa Goondaritti kabajamurratti dhohiinsa dhukaasan deeggarame raawwachuuf gareen qophiirra ture 2 to'atame. Gareen badii lamaan…
Balballoommii fi yaada Atleetiin Keeniyaa qorattoota qorichoota si’eessan jalaa fiigee miliqe Wabi Fufa Jan 17, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2012 (FBC) - Atleetiin beekkamaa Keeniyaa keessaa aanga'oota farra qorichoota humna si'eessanii kaampii shaakalaa turetti wayita argu fiigee jalaa miliqe. Gareen…