Idil Addunyaa Hinditti balaa Bakakkaan lubbuun namoota 107 darbe Sifen Megersa Jun 26, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2012 (FBC) – Kaabaa fi Baha Hinditti balaa Bakakkaan lubbuun namoota 107 darbuu himame. Namoonni 83 kutaa bulchiinsa Biiharitti, guyyaa kaleessaa…
Balballoommii fi yaada Rakkoon Afrikaanotaa furmaataa fi fala Afrikaa argachuu qaba- preezdaantii Aljeeriyaa Obse Wakgari Jun 26, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2012 (FBC) – Rakkoon Afrikaanotaa furmaataa fi fala Afrikaa argachuu qaba jedhan preezdaantiin Aljeeriyaa Abdalmaadiid Taboonii. Preezdaantichi…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan deeggarsa meeshaalee yaalaa ittisa weerara vaayrasii koroonaa Jibuutiif laatte Obse Wakgari Jun 26, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2012 (FBC) – Ityoophiyaan deeggarsa meeshaalee yaalaa ittisa weerara vaayrasii koroonaa Jibuutiif laatte. Deeggarsi meeshaalee yaalaa kun tilmaama…
Ispoortii Liivaar Puul waggaa 30 boodaa waancaa Priimiyar Liigii moo’ate Sifen Megersa Jun 26, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2012 (FBC) – Liivaar Puul waggaa 30n boodaa abbaa waancaa Priimiyar Liigii Ingilaand bara 2019/20 ta’uu mirkaneeffate. tapha Priimiyar Liigichaa…
Fayyaa Ityoophiyaan weerara vaayrasii koroonaa ittisuurratti muuxannooshee qoodde Obse Wakgari Jun 26, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2012 (FBC) – Ityoophiyaan weerara vaayrasii koroonaa ittisuurratti muuxannoo qabdu biyyoota miseensa Dhaabbata Fayyaa Addunyaatif qoodde. Ityoophiyaan…
Oduu biyya keessaa Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad waltajjii tumsa Sudaanirratti qaamolee hirmaatan mara… Sifen Megersa Jun 26, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2012 (FBC) - Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad waltajjii tumsa Sudaanirratti qaamolee hirmaatan mara galateeffatan. Dooktar Abiy Ahimad, muummee…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalaa Finfinnee hojjetaa mootummaa naannolee kamiitifuu mana waliin jireenyaa hin… Sifen Megersa Jun 26, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2012 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Finfinnee hojjetaa mootummaa naannolee kamiitifuu mana waliin jireenyaa hin hirre jedhe. Oduun dhimmicharratti…
Oduu biyya keessaa Gabaasa qorannaa sa’aa 24tin namoonni 141 vaayrasii koroonaatin qabamaniiru Obse Wakgari Jun 25, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 18,2012 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa'aa 24tin namoonni 141 vaayrasii koroonaatin qabamuu Ministeerri Fayyaa FDRI beeksise. Sa'aa 24 keessatti qorannaan…
Vaayrasiikoroonaa Woorld Viizhin Ityoophiyaan Ministeera Fayyaa FDRItif deeggarsa meeshaalee ittisa vaayrasii koroonaa… Obse Wakgari Jun 25, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 18,2012 (FBC) – Woorld Viizhin Ityoophiyaan Ministeera Fayyaa FDRItif deeggarsa meeshaalee ittisa vaayrasii koroonaa Birrii miiliyoona 1.7 laate. Bakka…
Oduu biyya keessaa Qindoominni Humnoota Federaalistii Ityoophiyaa, Adda Bilisummaa Ummata Tigraayii fi Gamtaa… Obse Wakgari Jun 25, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 18,2012 (FBC) – Qindoominni Humnoota Federaalistii Ityoophiyaa, Adda Bilisummaa Ummata Tigraayii fi Gamtaa Demokraasummaa Ityoophiyaa miseensummaarraa haquu beeksise.…