Balballoommii fi yaada Hoggansa raayyaa ittisaa muudama argatan Obse Wakgari Jan 20, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2012 (FBC) – Hoggansa Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI 65 Amajjii 9,2011 muudama argatan. Meejar janaraalarraa gara leetanaal janaraalatti kan guddatan 1.…
Oduu biyya keessaa Hambaalee kunuunsuun eeggachuun barbaachisaadha -preezdaant Saahilawarq Wabi Fufa Jan 20, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2012 (FBC) – Ayyaana Cuuphaa galmee hambaa kiliyaa addunyaarratti galmaa'e kunuunsuun caalmaan beeksisuun murteessadha jedhan preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen.…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan yaa’ii invastimantii Briitaaniyaa-Afrikaarratti hirmaatan Obse Wakgari Jan 20, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2012 (FBC) - Itti aanaan muummee ministiraa obbo Dammaqaa Makoonnan yaa'ii invastimantii Briitaaniyaa - Afrikaarratti hirmaatan. Itti aanaan muummee…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Cuuphaa kabajame Obse Wakgari Jan 20, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2012 (FBC) - Jaalalaa fi tokkummaa biyyaa itti fufsiisuuf hunduu harka walqabatee socho'uu qaba jedhan paatriyaarkiin Ortodooksii Ityoophiyaa qulqulluu…
Oduu biyya keessaa Koreen teeknikaa Hidha Haaromsaa muummee ministiraa Dooktar Abiyyiif ibsa laate Obse Wakgari Jan 20, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2012 (FBC) - Koreen teeknikaa Hidha Haaromsaa guutinsa bishaanii fi raawwii hojiirratti muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimadiif ibsa laate. Korichi…
Oduu biyya keessaa Jilli Eertiraa Ayyaana Cuuphaa kabajuuf magaalaa Gondar galan Wabi Fufa Jan 19, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2012 (FBC) – Jilli Eertiraa Ayyaana Cuuphaa kabajuuf magaalaa Gondar galaniiru. Jilli kun buufata xiyyaara Tewodroos Gondar si’a ga’u itti aantuun kantiibaa…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Cuuphaa kutaalee biyyatti garagaraatti kabajamaa jira Wabi Fufa Jan 19, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2012 (FBC) - Ayyaanni Cuuphaa guyyaa har’aa hordooftoota amantaa kiristaanaan kutaalee biyyatti garagaraatti sirna ho’aan kabajamaa jira Ayyaanichi naannoo Amaaraa…
Oduu biyya keessaa Ergaa itti aanaan preezdaantii MNO obbo Shimmallis ayyaana Cuuphaa sababeeffachuun dabarsan Wabi Fufa Jan 19, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2012 (FBC) - Ergaa itti aanaan preezdaant Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa ayyaana Cuuphaa sababeeffachuun dabarsan. Duraan dursee, hordoftoota…
Oduu biyya keessaa Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad ayyaana Cuuphaa sababeeffachuun ergaa dabarsaan Wabi Fufa Jan 19, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2012 (FBC) - Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad ayyaana Cuuphaa sababeeffachuun ergaa dabarsaaniiru. Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad ummattoota…
Oduu biyya keessaa Hoggansa olaanaa Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI 65f muudamni laatame Obse Wakgari Jan 18, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2012 (FBC) - Hoggansa olaanaa Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI 65f muudamni laatame. Muudamicha dhiyeessummaa muummee ministiraa fi ajajaa waliigalaa Raayyaa…