Finfinneetti dareewwan barnoota dabalataa walitti hidhaman kumni 2 ol ijaarramuufi
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2013 (FBC) – Finfinneetti bara barnoota 2013f dareewwan barnoota dabalataa walitti hidhaman kumni 2 fi 300 akka ijaarraman Biiroon Barnoota magaalaa Finfinnee…