Oduu biyya keessaa Godina Shawaa Bahaatti motar Saaykiloonni 377 to’ataman Wabi Fufa Mar 12, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2012 (FBC) – Godina Shawaa Bahaa Aanoota toorbatti sakkata’insa tasaa gaggeeffameen yakkaaf kan oolaan motar Saaykilonni 377 to’atamuu poolisiin beeksise.…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq, Uhuuruu Keeniyaattaa waliin mari’atan Obse Wakgari Mar 12, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2012 (FBC) –Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen preezdaantii Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaattaa waliin mari'atan. Turtii masaraa biyyoolessaa mootummaa Keeniyaatti…
Oduu biyya keessaa Aanaa Dirree Incinniitti meeshaaleen koontiroobaandii to’ataman Obse Wakgari Mar 12, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2012 (FBC) – Godina Shawaa Lixaa aanaa Dirree Incinniitti meeshaaleen koontiroobaandii to'atamaniiru. Meeshaaleen to’ataman konkolaataa fe’umsaatin…
Oduu biyya keessaa Jilli Jeneraal Biraanuu Juulaatin duurfamu, muummee ministiraa Sudaan waliin mari’ate Obse Wakgari Mar 12, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2012 (FBC) – Jilli Ityoophiyaa itti aanaan eetaamaajoora Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI Jeneraal Biraanuu Juulaatin duurfamu muummee ministiraa Sudaan Abdallaa Hamdook…
Oduu biyya keessaa Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad muudama laatan Obse Wakgari Mar 12, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad muudama laatan. Haaluma kanaan; 1/Aadde Hiywat Moosisaa; daayreektara olaantuu Koorporeeshinii Injinariingii…
Oduu biyya keessaa Miidhaa Hidha Haaromsaarra ga’u kamuu ittisuu fi tarkaanfii deebii fudhachuuf qophii ta’uu Raayyaan… Obse Wakgari Mar 12, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2012 (FBC) –Miidhaa Hidha Haaromsaarra ga’u kamuu ittisuu fi tarkaanfii deebii fudhachuuf qophii ta’uu Raayyaan Ittisa Biyyaa FDRI beeksise. Eetaamaajooriin…
Waajabila Faanaa Lammii Indooneezhiyaa luka lukkuurra kophee hojjete Obse Wakgari Mar 12, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2012 (FBC) – Dargaggoon lammii Indooneezhiyaa gogaa luka lukkuurraa kophee hojjeteera. Indooneezhiyaatti jiraataa magaalaa Baanduuk kan ta’e Nuurmaan Fariyeekaa…
Balballoommii fi yaada Manni marichaa vaayrasii koroonaarratti mari’ate Obse Wakgari Mar 12, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2012 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI weerara fayyaa addunyaa kan ta’e vaayrasii koroonaarratti mari'ate. Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa…
Oduu biyya keessaa Leenjiin hoggantoota Paartii Badhaadhinaa Oromiyaa milkiin xumurame Wabi Fufa Mar 12, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2012 (FBC) – Leenjiin hoggantoota giddugaleessaa Paartii Badhaadhinaa Oromiyaa milkiin xumuramuu Waajjirri Paartii Badhaadhinaa Oromiyaa ibse. Guyyoota 15f…
Oduu biyya keessaa Bitootessa 10 eegalee paaspoortii haaraan baatii tokkotti kennamuu ni eegala Obse Wakgari Mar 12, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2012 (FBC) –Bitootessa 10 eegalee paaspoortii haaraan baatii tokkotti kennamuu ni eegala. Eejansiin Immigreeshinii, Lammummaa fi Taateewwanii akka beeksisetti,…