Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Naayroobii jiru Obse Wakgari Mar 12, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2012 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen daawwidhaaf Naayroobii jiru. Preezdaant Saahilawarq daawwii guyyaa tokkootifi gara Naayroobii kan imalan.…
Idil Addunyaa Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa vaayrasiin koroonaa weerara idila addunyaa ta’uu labse Sifen Megersa Mar 11, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 2,2012 (FBC) - Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa vaayrasiin koroonaa weerara idila addunyaa ta’uu labseera. Dhibeen tokko weerara idil addunyaa kan ta’u yeroo…
Biiznasii Baatii Gurraandhalaa galii Birriin biiliyoonni 19.4 walitti qabame Sifen Megersa Mar 11, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2012 (FBC) – Ministeerri Galiiwwanii baatii Gurraandhalaa galii Birrii biiliyoona 19.4 walitti qabuu beeksise. Ministeerichi baatii Gurraandhalaa…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Naannoo Oromiyaa qaamolee lubbuu lammiilee nagaa galaafatan seeraatti dhiyyeessuuf ni… Sifen Megersa Mar 11, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 2,2012 (FBC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa qaamolee lubbuu lammiilee nagaa galaafatan seeraatti dhiyyeessuuf kan hojjetu ta’uu beeksise. Bulchiinsi Mootummaa Naannoo…
Oduu biyya keessaa Qonnaan bultoota adda duree invastimantiitti ceesisuuf hojjetamaa jira Sifen Megersa Mar 11, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 2,2012 (FBC) - Qonnaan bultoota adda duree godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinnee Invastimantiitti ceesisuuf bu’uura danbii Invastimantii irra beebiin ba’een…
Oduu biyya keessaa Dr. Abiy barreessaa olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii waliin mari’ataan Obse Wakgari Mar 11, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 2,2012 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad barreessaa olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez waliin bilbilaan mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Eebbi jaarsoolii biyyaa bu’uura badhadhinaati – Dooktar Abiy Ahimad Obse Wakgari Mar 11, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad eebbi jaarsoolii biyyaa bu’ura badhaadhinaati jedhan. Dooktar Abiy kana kan jedhan guyyaa har’aa…
Idil Addunyaa Saa’ud Arabiyaa fi Emireetoonni Araba Gamtoomanii deeggarsa diinagdee Sudaaniif laachuuf waadaa… Sifen Megersa Mar 11, 2020 0 Finfinnee Bitootessa 2,2012 (FBC) – Saa’ud Arabiyaa fi Emmireetoonni Araba Gamtoomanii deeggarsa diinagdee Sudaaniif laachuuf waadaa galan dhaabuu beeksisan. Saa’ud Arabiyaa fi…
Oduu biyya keessaa Konfaransiin hoteelaa fi tuuriizimii biyyaaleessaa 2ffaan magaalaa Hawaasaatti gaggeeffamuufi Obse Wakgari Mar 11, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2012 (FBC) - Konfaransiin hoteelaa fi tuuriizimii biyyaaleessaa 2ffaan Bitootessa 7 – 9, 2012 magaalaa Hawaasaatti ni gaggeeffama jedhame. Konfaransiin hoteelaa…
Oduu biyya keessaa Kaartaa qabiyyee lafaa qopheessuuf qophiin eegalame Sifen Megersa Mar 11, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2012 (FBC) – Inistiityuutiin Infoormeeshiinii Ji’oospeeshaalii Ityoophiyaa fi Baankiin Lafaa fi Koorpooreeshiniin Misoomaa kaartaa qabiyyee lafaa waliin qopheessuuf…