Taphoonni Priimiyar Liigii Ityoophiyaa marsaa 2ffaan Gurraandhala 28 eegalu
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2012 (FBC) – Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa taphoonni Priimiyar Liigii Ityoophiyaa marsaa 2ffaan Gurraandhala 28, 2012 kan eegalu ta’uu beeksiseera.…