Oduu biyya keessaa Sosochiin geejjiba waliigalaa akka daanga’u murtaa’uu ibsame Sifen Megersa May 27, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2012 (FBC) - Labsii yeroo ariifachiisaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf ba’erratti fooyya’iinsi taasifamuu Abbaan Alangaa Waliigalaa beeksise. …
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarqi daayreektara olaanaa sagantaa nyaata addunyaa waliin mari’atan Sifen Megersa May 27, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2012 (FBC) - Preezdaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen daayreektara olaanaa Sagantaa Nyaata Addunyaa Deeviid Biisliiy waliin mari’atan. Daayreektarichi…
Oduu biyya keessaa Boordiin sakkattoo hojiirra oolamaa labsii yeroo ariifachiisaa magaalaa Sabbataa daawwate Sifen Megersa May 27, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2012 (FBC) - Boordiin sakkattoo hojiirra oolmaa labsii yeroo ariifachiisaa hojiilee ittisa vaayrasii koroonaa magaalaa Sabbataa daawwateera. Hojiin…
Oduu biyya keessaa Hanga ammaatti namoota vaayrasiin koroonaa irratti argame keessaa 34 jiraattoota naannoo Oromiyaa… Sifen Megersa May 27, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2012 (FBC) - Sa’aa 24 darbe keessatti namoota 518f qorannoon laabraatoorii taasifameen vaayrasichi nama tokkorratti argamuu Biiroon Eeggumsa Fayyaa naannoo Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Har’aa eegale namni kamiiyuu haguuggii fuulaa fayyadamuun dirqama ta’uu himame Sifen Megersa May 27, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2012 (FBC) - Har’aa eegalee namni tokko yeroo manaa ba’u haguuggii fuulaa malee socho’uu akka hin dandeenya qajeelfamni dirqisiisu ragga’e. Guyyaa har’aa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti Namoota Dabalataa 30 Irratti Vaayrasiin Koroonaa Argame Sifen Megersa May 27, 2020 0 Finfinnee, 19, 2012 (FBC) – Qorannaa sa’aa 24 darbe keessa gaggeeffameen, namoota 30 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Ministeerri Fayyaa beeksise. Sa’aa 24 darbe keessa samuudaan…
Oduu biyya keessaa Caamsaan 20 guyyaa seenaan Ityoophiyaa itti jijjiirrame keessaa tokko – MM FDRI Abiy Ahimad Sifen Megersa May 27, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2012 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ergaa baga geessanii injifannoo caamsaa 20 dabarsan. Dooktar Abiy,Caamsaan 20 guyyaa seenaan…
Oduu biyya keessaa Naannoo Gaambeellaatti qorannoon vaayrasii koroonaa eegalame Sifen Megersa May 27, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2012 (FBC) –Naannoo Gambeellaatti guyyaatti saamudaa vaayrasii koroonaa namoota 180 gaggeessuuf hojiin eegalame. Preezdaantiin naannichaa Obbo Umood…
Oduu biyya keessaa Obbo Gadduun hojii raawwachiisaa olaanaa dhaabbata Qonnaa fi Nyaata addunyaa waliin mari’atan Sifen Megersa May 27, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2012 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw hojii raawwachiisaa olaanaa dhaabbata Qonnaa fi Nyaata addunyaa Deeviid Biisliiy…
Idil Addunyaa Afrikaatti weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf deeggarsa taasifti cimsitee kan itti fuftu ta’uu… Sifen Megersa May 27, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2012 (FBC) – Afrikaatti weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf deeggarsa taasiftu cimsitee kan itti fuftu ta’uu Chaayinaan beeksifte. Tattaaffii Afrikaan…