Oduu biyya keessaa Caffeen muudama addaddaa raggaasisuun yaa’iisaa xumure Obse Wakgari Feb 19, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2012 (FBC) – Caffeen muudama addaddaa raggaasise. Haaluma kanaan: 1/ Aadde Caaltuu Saanii itti aantuu preezdaantii fi qindeessituu kilaastara…
Oduu biyya keessaa Obbo Shimallis Abdiisaan preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa ta’uudhan muudaman Obse Wakgari Feb 19, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2012 (FBC) – Obbo Shimallis Abdiisaan preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa ta'uudhan muudaman Caffeen Oromiyaa yaa'ii idilee 11ffaa waggaa 5ffaa bara hojii…
Oduu biyya keessaa Sokorruutti meeshaan seeraan alaa to’atame Obse Wakgari Feb 19, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2012 (FBC) – Godina Jimmaa aanaa Sokorruutti meeshaan waraanaa seeraan alaa osoo daddabarfamaa jiruu to’atameera Meeshaaleen to’ataman kanneen shugguxii 60 fi…
Fayyaa Nyaanni madaalawaa hin taanee fi jijjiirramni qabeenya qilleensaa daa’imman irratti dhibbaa qaba… Obse Wakgari Feb 19, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2012- Nyaanni madaalawaa hin taanee fi jijjiiramni qabeenya qilleensaa daa’imman irratti sodaa umeera jechuun Dhaabbanni Motummoota Gamtoomanii beeksiseera.…
Balballoommii fi yaada Caffeen labsiiwwan addaddaa raggaasise Obse Wakgari Feb 19, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2012 (FBC) - Caffeen Oromiyaa yaa'ii idilee 11ffaa waggaa 5ffaa bara hojii Caffee 5ffaatin labsiiwwan addaddaa raggaasise. Caffeen yaa'iisaatin…
Biiznasii Ameerikaan carraa hojii uumuu fi qabeenya diinagdeef tumsa ni taasisti – Maayik Poompiyoo Obse Wakgari Feb 19, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2012 (FBC) – Afrikaatti carraa hojii uumuu fi qabeenya diinagdeef, Ameerikaan tumsa ni taasisti jedhame. Waltajjiin marii mata duree "Hoji uumtota Afrikaa…
Oduu biyya keessaa Badhaadhina biyyaatif hunduu tumsaan hojjechuu qaba – Dr. Abiy Ahimad Obse Wakgari Feb 19, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2012 (FBC) - Badhaadhina biyyaa mirkaneessuuf hunduu tumsaan hojjechuu qaba jedhan muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad. Muummee ministiraa Dooktar Abiy…
Idil Addunyaa Mootummaan Liibiyaa marii nageenyaa keessa ba’uu beeksise Obse Wakgari Feb 19, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2012 (FBC) - Mootummaan Liibiyaa Dhaabbata Motummoota Gamtoomaniin deeggeramu marii nageenyaa keessa ba’uu beeksise. Mootummaan dhaabbatichaan deeggaramu…
Waajabila Faanaa Goondaritti jabbiin luka duubaa hin qabne dhalatte Obse Wakgari Feb 19, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2012 (FBC) – Naannoo Amaaraa aanaa Goondar Zuuriyaatti jabbiin luka duubaa hin qabne dhalatte. Jabbichi aanichatti ganda Tsiyoon Sagwaajitti dhalate. Kana…
Oduu biyya keessaa Maayik Poompiyoon, bakka buutota Yaa’ii Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa waliin mari’atan Obse Wakgari Feb 19, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2012 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaa Maayik Poompiyoon, bakka buutota Yaa'ii Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa waliin mari'atan. …