Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministirootaa murteewwan dabarse Obse Wakgari May 22, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2012 (FBC) – Manni Maree Ministirootaa walga'iisaa 83ffaa har'a gaggeessen murteewwan addaddaa dabarse. Manni marichaa fayyadama qabeenya…
Fayyaa Oromiyaatti qorannaa sa’aa 24tin namoonni 4 vaayrasii koroonaatin qabamaniiru Sifen Megersa May 22, 2020 0 Finfinnee,Caamsaa 14, 2012 (FBC) – Oromiyaatti qorannaa laabraatoorii sa’aa 24 darbetti namoota 292f taasifameen, namoonni 4 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame. Namoota guyyaa…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy baqattoota Sooriyaa fi namoota sababii vaayrasichaatin ko’oomaniif deeggaraa… Obse Wakgari May 22, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad baqattoota Sooriyaa fi namoota sababii vaayrasii koroonaatin ko'oomaniif deeggaraa taasisaa jiran…
Oduu biyya keessaa Qorannaa sa’aa 24tin namoota 30 irratti vaayrasiin koroonaa argame Obse Wakgari May 22, 2020 0 Fifninnee, Caamsaa 14, 2012 (FBC) –– Qorannaa sa’aa 24 darbe keessa gaggeeffameen, namoota 30 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Ministeerri Fayyaa beeksise. Sa’aa 24…
Teeknooloojii Ityoophiyaanonni hojii kalaqaarratti bobba’an dorgommii kalaqaa Jaak Maarratti akka hirmaatan… Obse Wakgari May 22, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2012 (FBC) – Ityoophiyaanonni hojii kalaqaarratti bobba'an dorgommii kalaqaa Jaak Maa qopheesserratti akka hirmaatan affeeraman. Yeroo weerara vaayrasii…
Oduu biyya keessaa Harargee Bahaa aanaa Malkaa Bal’ootti rooba cimaa rooben, lafti sigigaachuun lubbuun namoota 7… Obse Wakgari May 22, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2012 (FBC) – Godina Harargee Bahaa aanaa Malkaa Bal'ootti rooba cimaa rooben, lafti sigigaachuun lubbuun namoota 7 darbe. Balichi kan qaqqabe araddaa Tokkummaa…
Idil Addunyaa Ilmi gaazexeessaa Jamaal Kaashoogjii maatiin isaa warra abbaasaa ajjeesaniif dhiifama gochuu isaanii… Sifen Megersa May 22, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 14,2012(FBC) -Ilmi gaazexeessaa Jamaal Kaashoogjii maatiin isaa warra abbaasaa ajjeesaniif dhiifama gochuu isaanii hime. Baatii qulqulluu Ramadaanaa…
Oduu biyya keessaa Iid Aal-Faxir addeessi har’a yoo muul’atte booru; yoo muul’achuu baatte iftaan… Obse Wakgari May 22, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2012 (FBC) – Ayyaanni Iid Aal-Faxir 1441ffaan addeessi har'a galgala yoo muul'atte booru; yoo muul'achuu baatte iftaan kabajama. Preezdaantiin Mana Maree…
Balballoommii fi yaada Sangoonni fi hoolonni qalmaa ayyaana Iid Aalfaxiriif harka qalleeyiif kennaman Sifen Megersa May 22, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Sangoonni fi hoolonni qalmaa tola ooltoota garaagaraarraa walitti qabaman kabaja Ayyaana Iil Aalfaxiriif harka qalleeyiif kennaman.…
Waajabila Faanaa Chaayinaan galma diinagdee waliigalaa bara 2020 kan hin qabanne ta’uu beeksifte Sifen Megersa May 22, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2012 (FBC) – Chaayinaan galma diinagdee waliigalaa bara 2020 kan hin qabanne ta’uu beeksifte. Chaayinaan erga bara Faranjootaa 1990 as galma guddina diinadgeee…