Oduu biyya keessaa Naannichaatti sagantaan duula arjooma dhiigaa labsame Sifen Megersa May 2, 2020 0 Finfinnee, Eebila 24, 2012 (FBC) - Mootummaan naannoo Oromiyaa sagantaa duula arjooma dhiigaa labseera. Preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa…
Oduu biyya keessaa Milkaa’ina bara darbeerraa barachuun bara kanas biqiltuuwwan biiliyoona 5 dhaabuuf karoorfamuu… Sifen Megersa May 2, 2020 0 Finfinnee, Eebila 24, 2012 (FBC) - Milkaa'ina bara darbee irraa barachuun bara kanas biqiltuuwwan biiliyoona 5 dhaabuuf karoorfamuu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan. …
Oduu biyya keessaa Albeemiin galiin isaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf oolu eebbifame Sifen Megersa May 2, 2020 0 Finfinnee, Eebila 24, 2012 (FBC) - Albeemiin Muuziqaa 'Nigaat' jedhamu deeggarsa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf qophaa'e eebbifame. Albeemiin kun Waldaalee damee…
Idil Addunyaa Ameerikaatti qorichi Iiboolaa, yaala koroonaaf akka oolu eeyyamame Sifen Megersa May 2, 2020 0 Finfinnee, Eebila 24, 2012 (FBC) – Ameerikaatti Abbaan Taayitaa to’annoo Nyaataa fi Qorichaa ‘Ramdasiiviir’ jedhamu qorichi vaayrasii Iiboolaa yaala COVID –19f akka ooluu eeyyamuu isaa…
Oduu biyya keessaa Magaalichaatti konkolaattoota guyyaa eeyyamameefi ala socho’anirratti tarkaanfiin fudhatame Sifen Megersa May 2, 2020 0 Finfinnee, Eebila 24, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti konkolaattoota guyyaa eeyyamameefi ala socho’an kuma 1 fi 351 irratti tarkaanfiin fudhatamuu Koomishiniin Poolisii magaalichaa…
Idil Addunyaa Weerarri COVID -19 Raashiyaatti cimaa dhufuu himame Sifen Megersa May 2, 2020 0 Finfinnee, Eebila 24, 2012 (FBC) – Yeroo biyyoonni addunyaa hedduun Weerara vaayrasii koroonaarraa dandamachaa dhufanitti Raashiyaatti ammoo hammaataa jiraachuu himame. …
Oduu biyya keessaa Dhaabbanni Nyaataa fi Qonna addunyaa Ityoophiyaaf Heeliikooptaroota 3 deeggarsa taasise Sifen Megersa May 2, 2020 0 Finfinnee, Eebila 24, 2012 (FBC) - Dhaabbanni Nyaataa fi Qonna Addunyaa Ityoophiyaaf Heeliikooptaroota 3 dabalataan deeggarsa taasisuu isaa Ministeerri Qonnaa FDRI beeksise. …
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti Sa’aa 24 darban keessatti qorannaa laabraatoorii namoota 2,016 taasifameen… Sifen Megersa May 2, 2020 0 Finfinnee, Eebila 24, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti Sa'aa 24 darban keessatti qorannaa laabraatoorii namoota kuma 2 fi 16 taasifameen hundinuu bilisa ta’uu isaanii Ministeerri Fayyaa FDRI…
Teeknooloojii Baatiiwwan 9n darbanitti miidhaan saayibarii 538 qaqqabuun ibsame Sifen Megersa May 2, 2020 0 Finfinnee, Eebila 24, 2012 (FBC) –Baatiiwwan 9n darbanitti miidhaan bu’ura misoomaa saaybarii irratti xiyyeeffate 538 raawwatamuu Eejansiin Nageenya Neetwoorkii Odeeffannoo ifoomseera.…
Oduu biyya keessaa Haguuggiin fuulaa fi qorichoonni seeraan alaa Birrii miiliyoona 2.4tti tilmaamamu to’ataman Sifen Megersa May 2, 2020 0 Finfinnee, Eebila 24, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti haguuggiin fuulaa fi qorichoonni seeraan alaa Birrii miiliyoona 2.4tti tilmaamamu to’atamu ibsame. Haguuggiin fuulaa…