Manneen barnoota dhuunfaa hojjettoota isaaf miindaa guutuu akka kaffalu murtoon dirqamsiisu darbe
Finfinnee, Eebila 13, 2012 (FBC) -Manneen barnoota dhuunfaa hojjettoota isaaf miindaa guutuu akka kaffalu murtoon dirqamsiisu darbe.
Manneen barnootaa dhuunfaa hojjettoota isaaf haalduree…