Hidha Haaromsaarratti sadarkaa ministirootatiin mariin Waashiingitanitti gaggeeffamaa ture xumurame
Finfinnee, Amajjii 23, 2012 (FBC) - Hidha Haaromsaarratti sadarkaa ministirootatiin mariin Waashiingitanitti gaggeeffamaa ture xumurameera.
Mariin sadarkaa ministiroota dhimma alaa…